(SQ-Bitootessa 14,2022) Yuunversiitti Finfinnee Keessatti barattoonni Oromoo humna Poolisii Federaalaa fi Barattoota Amaaraan akkasin miidhaman!
Category: Uncategorized
Waraanni Bilxiginnaa Wallagga Bahaafi Qellem Wallaggaatti Namoota 3 yoo ajjeesu, 2 ammoo madeesse.
Waraanni Bilxiginnaa Wallagga Bahaafi Qellem Wallaggaatti Namoota 3 yoo ajjeesu, 2 ammoo madeesse. (SQ-Bitootessa 14,2022) Waraanni Bilxiginnaa Bitootessa 12,2022 Godina…
Qaro-dhabeeyyiin Yuniversitiirraa eebbifamanii hojii dhaban hiriira ba’uun mirga isaanii gaafatan.
Qaro-dhabeeyyiin Yuniversitiirraa eebbifamanii hojii dhaban hiriira ba’uun mirga isaanii gaafatan. (SQ-Bitootessa 12/2022) Qaro-dhabeeyyiin Oromiyaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo garaagaraatii eebbifaman carraa…
Humnoonni Mootummaa Bilxiginnaa Matakkalitti nama lubbuun keessa jiruu abiddan gubaan.
(SQ-Bitootessa 12,2022) Daangaa Oromiyaa cabsee seenuun Gocha gara jabeenyaan guute, yeroo adda addaatti uummata Oromoo irratti raawwachaa kan jiru…
Baasaasaan Maraatuu Fakkaachuun Lixa Shaggaritti Miliishaa Faannoo Amaaraaf Haala Mijeessaa Ture To’atame!
Baasaasaan Maraatuu Fakkaachuun Lixa Shaggaritti Miliishaa Faannoo Amaaraaf Haala Mijeessaa Ture To’atame! (SQ-Bitootessa 11,2022) Basaasaan milishootaa Amaaraa Lixa Shaggar keessa…
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti namoonni waraana pp fi finxaaleyyii Amaaraatiin ajjeefaman, manaa fi qabeenyi isaanii gubate, loon isaaniis saamaman.
(SQ-Bitootessa 9, 2022) Guyyaa dheengaddaa, kaleessaa fi har’aa walitti fufiinsaan waraanni pp fi finxaaleyyiin Amaaraa wal tahuun Wallagga Bahaa aanaa…
Gindabarat keessatti waraanni shiftaa pp abbaa fi ilma ajjeese
Gindabarat keessatti waraanni shiftaa pp abbaa fi ilma ajjeese (SQ-Bitootessa 10, 2022) Shaggar Lixaa aanaa Gindabarat magaalaa Kaachis keessatti waraanni…
Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman
Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman (SQ-Bitootessa 10, 2022) Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti barsiisaa Gammachuu Wiirtuu…
‘Itoophiyaatti hongeen horii mil. 1.5 fixe, uummata kuma 170 qe’eerraa buqqise’ jedhe UN!
‘Itoophiyaatti hongeen horii mil. 1.5 fixe, uummata kuma 170 qe’eerraa buqqise’ jedhe UN! SQ-Bitootessa 9/2022! Dhaabbatni Biyyoota Gamtoomanii ibsa baaseen…
Ajjeechaa Artisti Haacaaluutiin Hoogganoota ABO irratti shirri qindeeffamaa jira
Ajjeechaa Artisti Haacaaluutiin Hoogganoota ABO irratti shirri qindeeffamaa jira (SQ – Bitootessa 9, 2022) Shiraa murni gabroomfataa pp yeroo ammaa…