Yuunversiitii Finfinnee keessatti Waraqaan Oromoo arraabsu facaafamuun walqabatee fincilli barattoota Oromoon dho’e.
(SQ-Bitootessa 5,2022) Kaleessa galgala har’aatti bari’u Yuunversiitii Finfinnee Kiiloo 6 fi damee Yuunversiitii Finfinnee kan Fayyaa Safara Salaam jedhamu keessatti…