Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo
(SQ-Bitootessa 4,2022) Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) jaal Daawud Ibsaa Ebla 2, 2021 irraa eegalee Hidhaa mana keessaa…
(SQ-Bitootessa 4,2022) Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) jaal Daawud Ibsaa Ebla 2, 2021 irraa eegalee Hidhaa mana keessaa…
Yuunversiitii Waachaamootti walitti bu’iinsa Barattoota Oromoo fi Amaaraa gidduutti uumameen barataan Oromoo tokko rasaasaan mataa yoo rukkuutamu heddun ammoo miidhaman.…
,Manni murtii Birbirsa Gooroo beellama Qondaalota ABO galmee jaal Yeroosan jala jiran achi fageessuun dhaga’ame (SQ-Bitootessa 3,2022) Qondaalota ABO kanneen…
Booranatti hojjettoonni mootummaa hiriiraa ba’uun saamicha Bilxiginnaa balaaleffatan. (SQ-Bitootessa 3,2022) Bitootessa 3,2022 Godina Booranaa Aanaa Waacilleetti hojjettoonni mootummaa hiriira…
Manni Maree Mirga Namoomaa UN komishinaroota dhimma Itoophiyaa qoratan muude. (SQ-Bitootessa 3,2022) Manni Maree Nageenyaa UN sarbama mirga namoomaa naannoo…
(SQ-Bitootessa 2/2022) Godina Shaggar Lixaa Ona Liiban Jaawwiitti kaleessa Bitootessa 1,2022 Waraanni Bilxginnaa Dargaggoo Boonsaa Ayyalaa jedhamu badii tokko malee…
. (SQ-Bitootessa 2,2022) Gurraandhala 28/2022 Godina Wallagga Lixaa aanaa Ganjii keessatti Waraanni Bilxginnaa Dargaggoo Surraa Ittafaa Jedhamu rasaasa itti roobsanii…
(SQ-Bitooteessa 1,2022) waraanni Bilxiginnaa Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatii Ganda Guddattuu Gannatiitti Gurraandhala 20/2022 Dargaggoo Darajjee Bakiruu Waaqoo…
Kaaba Shaggar Warra Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa Namoota Nagaa 5 ajjeese. (SQ-Bitooteessa 1,2022) Gurraandhala 28/2022 Godina Shawaa kaabaa , Salaale, aanaa…
Dambi Doolloo fi Qondaalatti waraanni Bilxginnaa nama 2 ajjeesuun 2 ammoo madeessee. (SQ-Gurraandhala 28,2022) Waraanni Bilxiginnaa Gurraandhala 18/2022 Godina Qellem…