Akaakuuwwan nyaataa 91 tahan akka Ummatni akka hin fayyadamne dhorkame.
Akaakuuwwan oomishaalee nyaataa baay’inni isaanii 91 tahe hawaasni akka hinfayyadamne ifoomanii jiru. Guyyaa har’aa Caamsaa 11, 2023 Abbaan Taayitaa…
Akaakuuwwan oomishaalee nyaataa baay’inni isaanii 91 tahe hawaasni akka hinfayyadamne ifoomanii jiru. Guyyaa har’aa Caamsaa 11, 2023 Abbaan Taayitaa…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Shaggar Kaabaatti namoota nagaa jumulaan ajjeese booda awwaalcha dhorke. Caamsaa 10/2023 Gocha ajjeechaa sukuneessaa…
Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas…
Saamtotni Eenyummaan isaanii hin beekamne Baakkoo fi naannoo isheetti maqaa W30 balleessaa jiru. Tibbana erga Araarri W30 fi mootummaa…
Mooraa Leenjii Sanqalleetti namootni ukkaamfaman dhukkuboota daddarbaadhaan du’aa fi Jireenya gidduu jiraachu himame. Caamsaa 01/2023 ====================== Sirni dhala Oromoof naasuu…
KFOn ‘sirni mootummaa waloo hunda hirmaachise’ akka bundeeffamu gaafate. KFOn walga’ii koree gidduu dhaabichaa guyyaa lamaaf ture booda har’a…
Hayyuu Seera idil-addunyaafi dippilomaatii kan ta’an Obbo Baayyisaa Waaqwayyaa, mariin ABO-WBO fi Mootummaa gidduutti guyyoota sagaliif adeemsifamaa ture marii…
Itoophiyaa keessatti walabummaan miidiyaa sarbamaa jiraachuun ibsame. (SQ-Caamsaa 4,2023) Bara darbe qofa gaazexeessitoota 29 kan hiite Itoophiyaan walabummaan miidiyaa impaayerattii…
E Waldaan Gargaarsa Oromoo/Oromo Relief Association (WGO/ORA) marsaa 2ffaadhaaf ummata keenya Booranaa waggoota shanan darbe walitti fufiinsaan balaa beelaa fi…
Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyophiyaatti Biyya Lallabaa G/Shawaa Lixaatti hordooftooni amantichaa Marii taaโaan. Marii isaniinis mana amaantaa kana keessatti…