Harageetti Jimaaf gabaan bilisaa dhibuun Ummatichi akka beelaan dhumuuf jedhame
Ummatni Harargee Jimaa oomishu gabaatti hin baafatiin jechuun beelaan dhumi jechuudha Caamsaa 25/2023 Harageetti Jimaan akkuma Wallagaa fi…
Ummatni Harargee Jimaa oomishu gabaatti hin baafatiin jechuun beelaan dhumi jechuudha Caamsaa 25/2023 Harageetti Jimaan akkuma Wallagaa fi…
A Press Statement on Constitutional Amendments proposed by the Ethiopian Institute of Policy Studies Last week, the Caucus of Opposition…
Godina Arsii Lixaa Ona Adaabbaatti maanguddootni kan keessatti argaman namootni hedduun WBOf gargaarsa gootan jedhamuun hidhamanii hiraarsamaa jiran. …
Kaaba Shaggaritti ajjechaa suukanneessaan ummata irratti raawwatamaa jiraachuun dhaga’ame caamsaa 22/2023 Maddeen oduu akka gabaasaa jiranitti Kaaba Shaggar, Salaalee bakkoota…
Hoggantootni fi Qondaaltonni ABO waggaa sadii dura qabamanii hidhaman haqa dhabanii dararaa argaa jiru. Caamsaa 22/2023 Hoggantootni fi…
Wallaggaa Lixaa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa Tajaajilaa Waldaa Kiristaanaa Tasgaraa Nagaasaa dabalatee namoota nagaa 5 ajjeesun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 22,2023) Godina…
Ibsa Gaddaa, Boqotuu Haaji Biiftuu Fayyisoo fi Balaa Konkolaataan Du’uu Barsiisota Yuniversitii Madda Walaabuu Adda Bilisummaa Oromoo – Caamsaa…
Yamanitti reeffi baqattoota Itoophiyaa hedduu argame. Caamsaa 19/2023 Bulchiinsa Yaman dhiheenya Saawudiitti argamuutti reeffi namoota sababii adda addaatiin du’aniifi…
Dargaggoo Taarikuu Dhaabaa humnoota waraanaa mootummaan reebicha irra gaheen iji isaa dhiiga booye. Caamsaa 17/2023 Dargaggoo Taarikuu Dhaabaa kan…
Godina Shaggar lixaa keessatti waraanni mootummaa namoota nagaa ajjeesaa jira. Caamsaa 17/2023 Shaggar Lixaa aanaalee Midaa Qanyii fi…