Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Category: Uncategorized

Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame
Uncategorized

Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame

sqeerrooMay 16, 2023

  Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti Caasaan Bilxiginnaa qabeenya qonnaan bultoota mancaasuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 16,2023) Godina Shawaa Bahaa Ona Liiban Cuqqaalaa…

Sulultaatti Mana Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Diiguun namoota 17 hidhan.
Uncategorized

Sulultaatti Mana Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Diiguun namoota 17 hidhan.

sqeerrooMay 16, 2023

Sulutaatti Mana amantaa Hordoftoota Waaqeffannaa naannichaa caccabsuun namoota amantaa sana hordofan 17 ukkaamsan. Caamsaa 15/2023 Aanaa Sulultaa caancootti Dhaabbata Hordoftoota…

Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee oole.
Uncategorized

Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee oole.

sqeerrooMay 14, 2023

Guyyaan gootota Oromoo kan bara 2023 jaarmiyaa ABO biyya alaatti kutaa Kanaadaa,konyaa Gadaa bilisummaa Oromoo magaalaa Edmentenitti haala ho’aadhaan kabajamee…

Akaakuuwwan nyaataa 91 tahan akka Ummatni akka hin fayyadamne dhorkame.
Uncategorized

Akaakuuwwan nyaataa 91 tahan akka Ummatni akka hin fayyadamne dhorkame.

sqeerrooMay 11, 2023

  Akaakuuwwan oomishaalee nyaataa baay’inni isaanii 91 tahe hawaasni akka hinfayyadamne ifoomanii jiru. Guyyaa har’aa Caamsaa 11, 2023 Abbaan Taayitaa…

Kaaba Shaggar Aanaa Sulultaa keessatti RIB namoota nagaa ajjeesuun awwaalcha dhorke.
Uncategorized

Kaaba Shaggar Aanaa Sulultaa keessatti RIB namoota nagaa ajjeesuun awwaalcha dhorke.

sqeerrooMay 10, 2023

  Raayyaan Ittisa Biyyaa Shaggar Kaabaatti namoota nagaa jumulaan ajjeese booda awwaalcha dhorke.   Caamsaa 10/2023   Gocha ajjeechaa sukuneessaa…

Sinodosiin Itiyoopiyaa marii waggaa gaggeessaa jira.
Uncategorized

Sinodosiin Itiyoopiyaa marii waggaa gaggeessaa jira.

sqeerrooMay 10, 2023

Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas…

Shaggar lixaa Baakkootti Maqaa WBO golgaa godhachuun saamtotni bobbaafaman ummata dararaa jiru.
Uncategorized

Shaggar lixaa Baakkootti Maqaa WBO golgaa godhachuun saamtotni bobbaafaman ummata dararaa jiru.

sqeerrooMay 9, 2023

Saamtotni Eenyummaan isaanii hin beekamne Baakkoo fi naannoo isheetti maqaa W30 balleessaa jiru.   Tibbana erga Araarri W30 fi mootummaa…

Mana Hidhaa Sanqallee hidhamtootni jiran dhibee daddarbaaf saaxilaman.
Uncategorized

Mana Hidhaa Sanqallee hidhamtootni jiran dhibee daddarbaaf saaxilaman.

sqeerrooMay 9, 2023

Mooraa Leenjii Sanqalleetti namootni ukkaamfaman dhukkuboota daddarbaadhaan du’aa fi Jireenya gidduu jiraachu himame. Caamsaa 01/2023 ====================== Sirni dhala Oromoof naasuu…

KFOn mootummaa Cehumsaa akka ijaaramu gaafate.
Uncategorized

KFOn mootummaa Cehumsaa akka ijaaramu gaafate.

sqeerrooMay 6, 2023May 6, 2023

  KFOn ‘sirni mootummaa waloo hunda hirmaachise’ akka bundeeffamu gaafate. KFOn walga’ii koree gidduu dhaabichaa guyyaa lamaaf ture booda har’a…

Mariin Araaraa WBO fi Mootummaa Itiyoopiyaa gidduutti adeemsifame adeemsa milkiiti jedhame
Uncategorized

Mariin Araaraa WBO fi Mootummaa Itiyoopiyaa gidduutti adeemsifame adeemsa milkiiti jedhame

sqeerrooMay 5, 2023May 5, 2023

  Hayyuu Seera idil-addunyaafi dippilomaatii kan ta’an Obbo Baayyisaa Waaqwayyaa, mariin ABO-WBO fi Mootummaa gidduutti guyyoota sagaliif adeemsifamaa ture marii…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.