Category: Uncategorized
Bunnoo Beddelleetti Waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa 1 ajjeesuun beekame.
Bunnoo Beddelleetti Waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa 1 ajjeesuun beekame. (SQ-Fulbaana 24,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti ilmaan Oromoo…
Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo adeemsa OPDO kaleessa PP har’a sirnaan hubachuu qaba jedhame.
Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo adeemsa OPDO kaleessa PP har’a sirnaan hubachuu qaba jedhame. (SQ-Fulbaana 24,2022) OPDO’n kaleessaa PP’n gurmuu albaadhessotaa,…
Ona Jaardegaa Jaarteetti gareen Finxaaleyyii Faannoo jedhamanii fi poolisootni Federaalaa qaama Mootummaa waliin ta’uun hawaasa nagaa irratti haleellaa banuun lubbuu namoota hedduu galaafatan.
Ona Jaardegaa Jaarteetti gareen Finxaaleyyii Faannoo jedhamanii fi poolisootni Federaalaa qaama Mootummaa waliin ta’uun hawaasa nagaa irratti haleellaa banuun lubbuu…
Gatiin Dolaara tokkoo gabaa gurraachatti daran dabalaa dhufu isaa barruun ‘capital’ gabaase.
Gatiin Dolaara tokkoo gabaa gurraachatti daran dabalaa dhufu isaa barruun ‘capital’ gabaase. (SQ-Fulbaana 22,2022) Fedhiin sharafa alaa guyyaadhaa gara guyyaatti…
‘Sochii waraanni Ertiraa daangaa Itoophiyaatti taasisu hordofaa turre, cimsinee mormina’ jedhan ergamaan adda US Maayik Hamar.
‘Sochii waraanni Ertiraa daangaa Itoophiyaatti taasisu hordofaa turre, cimsinee mormina’ jedhan ergamaan adda US Maayik Hamar. (SQ-Fulbaana 21,2022) Ertiraan sochii…
Miseensonni Gumii Paartilee Morkattootaa (Caucus of Opposition Parties) Jila Gamtaa Awurooppaa Waliin Marii Taasisan
Miseensonni Gumii Paartilee Morkattootaa (Caucus of Opposition Parties) Jila Gamtaa Awurooppaa Waliin Marii Taasisan (SQ-Fulbaana 21,2022) Affeerraa Gamtaa Awuroopaatiin godhameen…
RE: Response to the OSPG Allegations & Upcoming Project
RE: Response to the OSPG Allegations & Upcoming Project The Oromo Sisterhood Project Group (OSPG) does not usually respond to…
Itoophiyaa keessatti “yakki waraanaa fi yakki namoomaa raawwatameera jedhanii amanuuf sababa amansiisoo jira jedhan qorattooti UN
Itoophiyaa keessatti “yakki waraanaa fi yakki namoomaa raawwatameera jedhanii amanuuf sababa amansiisoo jira jedhan qorattooti UN (SQ-Fulbaana 20,2022) Komishiniin Ogeessota…