Shawaa Kibba Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa barataa kutaa 12 ajjeese.
Shawaa Kibba Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa barataa kutaa 12 ajjeese. (SQ-Waxabajjii 25,2022) Oromiyaa guutuu keessatti ilmaan Oromoo ajjeesa kan jiru waraanni…
Shawaa Kibba Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa barataa kutaa 12 ajjeese. (SQ-Waxabajjii 25,2022) Oromiyaa guutuu keessatti ilmaan Oromoo ajjeesa kan jiru waraanni…
Waraannifi tiki Bilxiginnaa mooraa jireenyaa hogganootaa fi miseensota ABO weeraruun Taaddaluu Yoonaas ukkaamsuun qabeenya saamuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 24,2022) Galagala edaa…
Dhaddachi guyyaa har’aatti kan beellamameef ajaja abbaan seeraa kennee tureen abbaan alangaa himata isaa fooyyeesse akka dhiyaatuuf bultii 14n duraa…
Magaalaa Baakkootti Barataaan kutaa 12ffaa FayyisaaTafarii jedhamu formulaa herregaa haaraa kalaqe. (SQ-Waxabajjii 23/2022) Barataa Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Baakkoo kan…
Komiishiniin Poolisii Oromiyaa Hogganootaa fi Qondaalota ABO mana Murtii tti osoo hin dhiheesin hambise. (SQ- Waxabajjii 22,2022) Hogganootnii fi Qondaalotni…
Ajjeechaa Suukaneessaan Dhiha Wallaggaa Ona Gimbii Ganda Toleetti Raawwatame Qaama Walabaan Qoratamuu Qaba! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo –Waxabajjii 22, 2022…
Bilxginnaan miseensota ABO hidhu jabeessee itti fufee. (SQ- Waxabajjii 21,2022) Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii lixaa Ona Shaashamannee Magaalaa Shaashamaneettii…
Waraanni Bilisummaa Oromoo ajjeechaa naannawaa Gimbiitti raawwatamee cimsee balaaleffachuun qaamoleen walabaa akka qorataniifis waamicha dhiyeessee (SQ-Waxabajjii 20,2022) Waraanni Bilisummaa Oromoo…
Waraanni Bilxiginnaa reeffa Obboleessa Jaal Lammii akka uummanni hin awwaale dhorkatee. (SQ – Waxabajjii 19,2022) Mucaa xiqqaa Obboleessa Jaal Lammii…
Ajjeechaa suukanneessaan Viidiyoon marsaalee hawaasaa irraa naanna’aa jiru Walloo aanaa Daawwaa Caffaatti raawwatamuu Komishiniin Mirga Namoomaa Xoopiyaa ibse. (SQ-Waxabajjii 19,2022)…