OLF Statement on the Second Year Memorial Day of the Killing of Our Renowned Artist Hachaaluu Hundeessaa.
OLF Statement on the Second Year Memorial Day of the Killing of Our Renowned Artist Hachaaluu Hundeessaa. June 29, 2022…
OLF Statement on the Second Year Memorial Day of the Killing of Our Renowned Artist Hachaaluu Hundeessaa. June 29, 2022…
Yaadannoo Wareegamuu Waggaa 2ffaa Artist Haacaaluu Hundeessa sababeeffachuun Duutisa Humna Qabsoo Oromoo kan Cimsedha! Jedhe KFO,n ibsa baaseen (SQ-Waxabajjii 29,2022)…
Koree Qindeessituu Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaafi Gaazzixeessitoonni ONN har’a marsaa 11ffaaf mana murtii walii gala Oromiyaatti dhiyaatan. (SQ-Waxabajjii 28,2022)…
Waraanni Bilisummaa Qimaant humna dabalataa leenjifataa jiraachuu beeksise. (SQ-Waxabajjii 28,2022) Waraanni Bilisummaa Qimaant kabajamuu mirga ummata Qimaantiif qabsoo hidhannoo taasisu…
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa fi Kibbaa waraana bilxiginnaa haleeluun loltoota PP 63 ajjeesuun 84 ol madeessuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii…
Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasii Dirree Gafarsaa maqaa Aartist Haacaaluu Hundeessaatiin moggaasuu beeksise. (SQ-Waxabajjii 28,2022) Sirnicharratti kan argaman Pirezidaantiin Yuunivarsiitii Riifti…
Koreen Hariiroo Alaa Seeneetii Ameerikaa yaada murtoo waloo Kamisa darbe dabarseen “beela akka meeshaa waraanaatti fayyadamu” balaaleeffateera. (SQ-Waxabajjii 27,2022) Yaadi…
Sudaan loltoota booji’amanii turan torbaa fi nama nagaa tokko na jalaa ajjeeste jechuun Itoophiyaa himatte. (SQ-Waxabajjii 27,2022) Akka miidiyaan mootummaa…
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Biyya Kanaadaa ajjeechaan naannawaa Gimbii Toleetti raawwatame qaama walabaan akka qoratamu gaafate. (SQ-Waxabajjii 26,2022) Tokkummaan Hawaasa Oromoo…
Gaazexeessituu Aljaziiraa kan ajjeese rasaasa humnoota Israa’eli jedhe UN (SQ-Waxabajjii 25,2022) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti waajjirri Mirga Namoomaa gaazexeessituun Aljaziiraa humnoota…