(SQ Bitootessa 23 , 2022) “Ahmad Najjaash Abdallaa jedhama. Harargee Bahaa aanaa Dadar magaalaa Qobboo ganda Tarcoo...
Du’aan Boqotuu Hayyuu fi Goota Oromoo Haaji Hasan Gammadaa (Ijoo Dubbii ABO – Bitootessa 23, 2022) Hayyicha...
Shimallis Abdiisaa Yaa’ii Caffee Oromiyaa Irratti Ajjeecha Abbootii Gadaa Karrayyuu Irratti Raawwatame Qaama Biraatti Akeekuuf Yaale! (SQ-Bitootessa...
Murni Mootummaa PP Abboota Amantii yakka tokko malee hidhuun dararaa jira. (SQ_Bitootessa 22_ 2022) Barreessaa Galma Amantii...
Ergamaan addaa Ameerikaa aanga’oota Itoophiyaa waliin mari’achuuf Finfinnee jiru (SQ-Bitootessa 22,2022) Ergamaan Addaa Gaanfa Afriikaa Ameerikaa Ambaasaadar...
Waldaan Wabii Maccaa ummata Milishaa Amaaraan Qe’eesaarraa buqqaafame qaqqabuuf sagantaa galii walitti qabuu qopheesse! (SQ-Bitootessa 22,2022) Waggoota...
WFP guyyoota darban gargaarsi konkolaataan gara Tigraay fe’ame hin jiru jedhe (SQ-Bitootessa 22,2022) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Sagantaan...
Waraanni Bilxiginnaa Shawa lixaafi Qellem Wallaggatti Abbaa Qabeenya 1 fi dargaggeessa qaroo hin qabne tokko ajjeessan.. (SQ-Bitootessa...
Qondaalli ABO itti gaafatamaan Shawaa Lixaa kan ta’e jaal Gadaa Gabbisaa haalli fayyummaa isaa akkaan yaaddessaa ta’uun...
(SQ-Bitootessa 20, 2022) Barattoonni Oromoo 18 Bitootessa 17,2022 Godina Matakkal Aanaa Dibaax bakka Bishaan Adii jedhamutti konkolaataa...