Godina Salaaleetti RIB namoota daboon xaafii haamaa turan irratti dhukaasuun namoota nagaa ajjeese
Warra Jarsootti meeshaa waraanaa qe’ee jiraattotaatti Raayyaan Ittisa Biyyaa dhukaaseen torban tokkotti namoonni nagaa 10 ajjeefaman Aanaalee Godina Shawaa Kaabaa…