Mormakee Oolfachuuf harโuma Falmachuun
Mormakee oolfachuuf Har’uma Falmachuun! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa sukkaneessaa fi hidhaan achi buuteen dhabamuu ilmaan Oromoo waggootan jahan darban…
Mormakee oolfachuuf Har’uma Falmachuun! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa sukkaneessaa fi hidhaan achi buuteen dhabamuu ilmaan Oromoo waggootan jahan darban…
~ Ajjeechaa Suukaneessaan Hidhattoota Faannoo fi Mootummaa PP tiin Ummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiru Yakka Waraanaa Ulfaataa fi Hammaataa dha.…
#Ukkaamsaa โผ๏ธ ๐ต “Dargaggootni ukkaamsamaa jira.” Warri ukkaamsaman fedha isaanii malee dirqisiifamuun gara leenjii waraanaatti ergamaa jiru” – jiraattota naannoo…
Waraanni #Ertrea gara daangaa Itiyoophiyaatti seenuun Lola af qophii tahaa jiraachuun dhagahame. Eertiraa waliin nagaa buusuu barbaanna” jechuun wayita Obbo…
Harki Nagaaf diriire isa Jaal Battee Urgeessaa galaafatee waajjira ABO ugguree konkolaatota ABO saamee jirudhaa? Mootummaan pp harki nagaaf diriire…
Abbaan Alanagaa Aanaa Heexosaa Humnoota Nageenyaa Mootummaan Ukkaamsamuun mooraa waraanaatti hidhame. Godina Arsiitti Abbaa Alangaa Aanaa Hexoosaa kan ta’e Obbo…
Paartiin KFO Hoggantootaa fi Qondaaltota ABO dhiyyeenya mana hidhaa irraa bahaniif Waajjira isaanii Muummee Finfinneetti affeerraa laaqanaa taasisaaniif. Paartiin Kongiresii…
Miindaa dabalataa osoo eeggannu kan duraan argannu irraa mootummaan miindaa nurraa kutaa jiran jechuun Hojjettootni Buufata Fayyaa Naannoo Oromiyaa dubabtan…
Kabajni Yaadannoo FDG wagaga 19ffaa Sadaasa 9/2005 dhohe ilaalchisee qabsaaโotni Oromoo yaadatanii darban. Sirna yaadannoo kabaja waggaa 19ffaa Sadaasa 9…