Ameerikaan nama ogeessi IT eessa akka jiru natti himuu danda’u doolaara miliyoona 10 nan kaffala jette.
Ameerikaan nama ogeessi IT eessa akka jiru natti himuu danda’u doolaara miliyoona 10 nan kaffala jette. Dargaggeessi kun odeeffannoo hatame…
Ameerikaan nama ogeessi IT eessa akka jiru natti himuu danda’u doolaara miliyoona 10 nan kaffala jette. Dargaggeessi kun odeeffannoo hatame…
Naannoo Oromiyaa keessatti qaamoleen nageenyaa daa’imman dabalatee dargaggoota hedduu humna waraanaatti makamtu jechuun humnaan ukkaamsuu isaanii Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaan Warshaalee sukkaaraa 8 qabdu keessaa 1 qofaatu oomishatti jira. Akka maddeen gaggeessitoota waarshaalee wabeeffachuun gabaasetti warshaa sukkaara 8 Itiyoophiyaan…
#Gadda๐ข๐ข Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti Humnootiin Finxaaleyyii #Faannoo Mudde 2/2024 ykn Sadaasa 23/3/2017 ummata magaalaa #Agamsaa irraa Gara…
Morma kee olitti kan siif qaalii tahe hin jiru; Morma kee oolfachuuf falmachuun amma!! Oromoon Jaarraa tokkoo oliif garbummaa jala…
Naannoo #Oromiyaatti namoonni miiliyoona 39 ol dhibee busaaf saaxilamoo taโuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa ibse โผ๏ธ Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa Pirofeesar…
Ummata Oromoo irratti yakka duguuggaa Sanyii kan raawwataa fi raawwachiisaa jiru prisedant #Shimmallis_Abdiisaatiโผ๏ธ Akkuma TPLF waloon barbadeessine WBOs waloon barbadeessina…
Oromo Liberation Front OLF/ ABO Oromiyaa Keessatti Yeroon Itti Oromoo fi Lammiileen Oromiyaa Mirgi Namummaa Isaanii Irraa Mulqamee Akka Looniitti…
#Update #Darraa Bulchinsaa fi Nageenya Aanaa Daarraa milishootaa fi kaabinoota waliin tahuun kan miidiyaatti dubbattan sana sobadha Shaneetu akkas nu…
Oduu Gadaa๐ Godina Wallagga Bahaaย Aanaa Limmuu magaalaa Fiixe Baqqoo keessatti humnootiin Finxaaleyyii Faannoo Ijoollee 3 qaluun dhagahame. …