Addi Bilisummaa Oromoo dhumaatii Oromiyaa keessaaf PP itti gaafatamaa taasise
Oromo Liberation Front OLF/ ABO Oromiyaa Keessatti Yeroon Itti Oromoo fi Lammiileen Oromiyaa Mirgi Namummaa Isaanii Irraa Mulqamee Akka Looniitti…
Oromo Liberation Front OLF/ ABO Oromiyaa Keessatti Yeroon Itti Oromoo fi Lammiileen Oromiyaa Mirgi Namummaa Isaanii Irraa Mulqamee Akka Looniitti…
#Update #Darraa Bulchinsaa fi Nageenya Aanaa Daarraa milishootaa fi kaabinoota waliin tahuun kan miidiyaatti dubbattan sana sobadha Shaneetu akkas nu…
Oduu Gadaađź’” Godina Wallagga Bahaa Aanaa Limmuu magaalaa Fiixe Baqqoo keessatti humnootiin Finxaaleyyii Faannoo Ijoollee 3 qaluun dhagahame. …
Mormakee oolfachuuf Har’uma Falmachuun! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa sukkaneessaa fi hidhaan achi buuteen dhabamuu ilmaan Oromoo waggootan jahan darban…
~ Ajjeechaa Suukaneessaan Hidhattoota Faannoo fi Mootummaa PP tiin Ummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiru Yakka Waraanaa Ulfaataa fi Hammaataa dha.…
#Ukkaamsaa ‼️ 🔵 “Dargaggootni ukkaamsamaa jira.” Warri ukkaamsaman fedha isaanii malee dirqisiifamuun gara leenjii waraanaatti ergamaa jiru” – jiraattota naannoo…
Waraanni #Ertrea gara daangaa Itiyoophiyaatti seenuun Lola af qophii tahaa jiraachuun dhagahame. Eertiraa waliin nagaa buusuu barbaanna” jechuun wayita Obbo…
Harki Nagaaf diriire isa Jaal Battee Urgeessaa galaafatee waajjira ABO ugguree konkolaatota ABO saamee jirudhaa? Mootummaan pp harki nagaaf diriire…
Abbaan Alanagaa Aanaa Heexosaa Humnoota Nageenyaa Mootummaan Ukkaamsamuun mooraa waraanaatti hidhame. Godina Arsiitti Abbaa Alangaa Aanaa Hexoosaa kan ta’e Obbo…
Paartiin KFO Hoggantootaa fi Qondaaltota ABO dhiyyeenya mana hidhaa irraa bahaniif Waajjira isaanii Muummee Finfinneetti affeerraa laaqanaa taasisaaniif. Paartiin Kongiresii…