“Miindaa dabalataa osoo eeggachaa jirruu kan duraan argachaa turre mootummaan nurraa kute”Hojjettoota Buufata Fayyaa Oromiyaa
Miindaa dabalataa osoo eeggannu kan duraan argannu irraa mootummaan miindaa nurraa kutaa jiran jechuun Hojjettootni Buufata Fayyaa Naannoo Oromiyaa dubabtan…