Haluma qabsoo taheetu dararaa hedduu dabarsine; hiree Oromoo maraati”Gadaa Gabbisaa
Qondaalli Siyaasaa ABO Jaal Gadaa Gabbisaa erga mana hidhaa irraa bahanii ummata Oromoo isa cinaa turan fuula miidiyaa hawaasaa isaanii…
Qondaalli Siyaasaa ABO Jaal Gadaa Gabbisaa erga mana hidhaa irraa bahanii ummata Oromoo isa cinaa turan fuula miidiyaa hawaasaa isaanii…
Godina Qeellam wallaggaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun shamarran sadii darbeera. Godina Qeellam wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti sigigaachuu lafaatiin lubbuun…
#Salaale Farda luugamee,Da’imman harqoota baachisee nagaan akka bu’uuf Waamicha godhe network bilbilaa irraa cufuun dararaa hamaa irraan gahaa jiru mootummaan.…
Release of Oromo Political Leaders on Bail After Four Years of Imprisonment OLF Press Release – September 5, 2024 We…
Bu’aa bahii fi wareegama waggoota 5 booda hidhaa irraa hiikaman. Hoggantooni fi Qondaaltoni ABO waggoota Shanitti hiiquuf haqa dhabanii himata…
Angawoonni mootummaa Somaaliyaa tokko tokko garaagarummaa Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduu jiru bal’isuu gochaa guyyaa isaanii godhataniiru jechuun Itoophiyaan komatte! ‘Bakka bu’oonni…
Du’aan Boqachuu Jaal Jamaal Abbaa Fooggii Ilaalchisee Ijoo Dubbii Adda Biisummaa Oromoo (ABO) Ijoo Dubbii-Hagayya 30, 2024 Du’aan boqachuu jaal…
Bakka Nagaan hin jirretti Misoomni hin jiru; Misooma dura lubbuun jiraachuu lammiileetu dursa! Oromiyaan erga lammiileen ishee wabii lubbuun jiraachuu…
Hogganni ABO Abdii Raggaasaa eenyu? maaliif hidhaman? Ajajaan duraanii waraana Bilisummaa Oromoo fi Hogganni olaanaa ABO Obbo Abdii Raggaasaa Guraandhala…
Naannolee Itoophiyaa garaa garaa keessatti manneen barnootaa 5,500 ol tajaajila baruufi barsiisuu kennaa hin jiran jedhe Komishiniin Mirgooota Namoomaa Itoophiyaa.…