Godina Bunnoo Beddelleetti Abbaan seeraa hidhamtoota Siyaasaaf Mirga wabii eegeef hidhamee dararamaa jira.
Ogeessi seeraa Girmaa Baqqalaa Goobanaa Bunnoo Beddelleetti hidhamtoota Siyaasaa Mirga wabii eegde jechuun hidhame‼️ Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Daaphoo Annaatti…