Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home
Waamicha lammummaa sab-boontota Oromoo hundaaf
Uncategorized

Waamicha lammummaa sab-boontota Oromoo hundaaf

sqeerrooJune 14, 2025

Waamicha lammummaa sab-boontota Oromoo hundaaf Waajjirri ABO Wiirtuu (Gullallee) waggoota shaniin booda, Waxabajjii 09, 2025 dhaabichaaf deebi’uu ABOn ibsee jira.…

Waajjirri ABO Gullallee Dhaabichaaf Deebi’e
Uncategorized

Waajjirri ABO Gullallee Dhaabichaaf Deebi’e

sqeerrooJune 14, 2025

Waajjirri ABO Gullallee Dhaabichaaf Deebi’e Waxabajjii 09, 2025 guyyaa har’aa ABOn ifatti (officially) Waajjira isaa Wiirtuu (Gullallee) bakka Hoogganootni Gumii…

Odeessa_Hidhaa!
Uncategorized

Odeessa_Hidhaa!

sqeerrooMay 21, 2025

Odeessa_Hidhaa! [SBO-Caamsaa 20, 2025] Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Adamsuun Akkuma Itti Fufetti Jira. Guyyaa har’aa Caamsaa 20, 2025 Qondaala…

“Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra gaheera” – waldaa Narsoota Itiyoophiyaa
Uncategorized

“Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra gaheera” – waldaa Narsoota Itiyoophiyaa

sqeerrooMay 19, 2025

“Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra gaheera” – waldaa Narsoota Itiyoophiyaa Dhimmi ogeessota fayyaa sadarkaa yaaddessaa irra akka gahe Waldaan…

Ogeessotni Fayyaa Itiyoophiyaa gaaffii mirgaa gaafatan 80 ol hidhamuu waldaan Ogeessota Fayyaa Itiyoophiyaa hime.
Uncategorized

Ogeessotni Fayyaa Itiyoophiyaa gaaffii mirgaa gaafatan 80 ol hidhamuu waldaan Ogeessota Fayyaa Itiyoophiyaa hime.

sqeerrooMay 18, 2025

‘Sadarkaa hammaataarra gahuu dura atattamaan falli haa kennamu’ – Waldaa Hakiimota Itoophiyaa. Waldaan Hakiimota Itoophiyaa duula ogeeyyiin fayyaa gaggeeessaa jiran…

“Mirgi keenya sarbameera. Namni nu dhaggeeffatu waan hin jirreef bitaa nu galee jira jedhan .”jiraattota Aanaa Amuruu
Uncategorized

“Mirgi keenya sarbameera. Namni nu dhaggeeffatu waan hin jirreef bitaa nu galee jira jedhan .”jiraattota Aanaa Amuruu

sqeerrooMay 10, 2025

Jiraattonni magaalaa Amuruu ijoolleen isaanii hidhattootatti makaman, manni isaanii humnoota nageenyaatiin gubataa jira‼️ Godina Horroo Guduruuu Wallaggaa  aanaa Amuruutti manni…

Jimmaatti Gamoo paartii PP ijaarsisuuf hojjettootni Mootummaa dirqamaan Miindaa isaanii irraa 30% akka kutan taasifaman
Uncategorized

Jimmaatti Gamoo paartii PP ijaarsisuuf hojjettootni Mootummaa dirqamaan Miindaa isaanii irraa 30% akka kutan taasifaman

sqeerrooApril 30, 2025

Godina Jimmaatti Hojjettootni Mootummaa dirqamaan ijaarsa Gamoo paartii PPf miindaa isaanii irraa akka muramu murtaaye. Hojjettoonni caasaa mootummaa hundaa godina…

Mootummaan wal dhabdee kiiraamuutti tahaa jiru dhaabsisuu hin barbaadu jechuun Qondaalli ABO lammii Beenyaa komate.
Uncategorized

Mootummaan wal dhabdee kiiraamuutti tahaa jiru dhaabsisuu hin barbaadu jechuun Qondaalli ABO lammii Beenyaa komate.

sqeerrooApril 25, 2025

Adeemsa Walqaayit lammaffaa uumuu: Daba keessaa fi alaa Oromoo fi Amaarri daangaa dheeraa waliin qabaachuun mirkana. Fiixee daangaa Tigiraay kaasee…

Waraanni PP Dhukaasa cidha irratti baneen yoo xiqqaate namoota 7 ajjeesee hedduu madeesse.
Uncategorized

Waraanni PP Dhukaasa cidha irratti baneen yoo xiqqaate namoota 7 ajjeesee hedduu madeesse.

sqeerrooApril 24, 2025

Godina #Matakkal Aanaa Dibaaxeetti Waraanni PP mana cidhaa irratti dhukaasa baneen namoonni nagaa 7 yoo ajjeesu 4 immoo madaa’aan. Waraanni…

Uncategorized

Lubbuun namoota nagaa 13 ol tahu humnoota Finxaaleyyii Faannoon W/Bahaatti wareegaman.

sqeerrooApril 22, 2025

Wallaggaa Bahaatti humnootiin Finxaaleyyii Weerara bananiin lubbuun namoota nagaa 13 ol darbe. Faannoon (ፋኖ) ummata Oromoo wallagga Bahaa irratti lola…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • July 2026
  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.