Dhimma Burtukaan Tamasgeen jedhamtuu fi TV EBS tamsaase irratti SQ waan odeeffate kunooti.
Burtukaan Tamasgeen Kabbadee Eenyu? Torban kana dubartiin Maqaan ishee Burtukaan Tamasgeen jedhamtu gama dhaabbata TV #EBSn as baatee bara 2013…
Burtukaan Tamasgeen Kabbadee Eenyu? Torban kana dubartiin Maqaan ishee Burtukaan Tamasgeen jedhamtu gama dhaabbata TV #EBSn as baatee bara 2013…
Hariiroo waloo keenyaa fi Wahillan Qabsoo keenyaa gidduu jiraatu hariiroo siyaasaa nama hawwatu tahuu qaba. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa…
KFO fi ABOn Boolla Goondaa/Qanyuur Tuqan Hinjiru. Jecha “Pandora’s Box” jedhamu wajjin kan wal fakkaatu tokko Oromoon “Boolla Goondaa/Boolla Qanyuur”…
Gadda ulfaataa! Daawwit Baqqanaa jedhama yeroo ammaa Bulchinsa Magaalaa Finfinneetti kutaa magaalaa Booleetti Aanaa 6 eessaa hojjetee miindaa argatuun…
KORA WALIINII ABO FI KFO’n MAGAALAA FINFINNEETTI GURRAANDHALA 19- GURRAANDHALA 22, 2025 TTI TAASISAN ILAALCHISEE IBSA EJJENNOO KONYAA ABO-SWEDEN…
Masriin biyyi qaama Galaana Diimaa hin taane kamiyyuu galaana irratti buufata humna galaanaa akka hundeessan hin hayyamnu jette. Masriin sochii…
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) Jila jaarmayaalee hawaasa Oromoo adda addaa wajjiin taanee rakkoo nageenyaa…
Manni Lubummaa Finfinnee tajaajiltoonni yeroo Qiddaasee fi tajaajila hafuuraa biroo bilbila harkaa qabatanii mana amantaa akka hin seenne dhorkamuu beeksise.…
Waldaan Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa USAID hojii dhaabuu hordofee ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi deeggarsa biroo buqqaatotaaf taasifamu addaan…
RAKKOON OROMOO OROMOODHAAN FURMAATA ARGATA! Waliigaltee “MARII KORA WALIINII” jila Jaarmayaalee hawaasaa Oromoo adda addaa fi jaarmayaalee siyaasaa Oromoo …