Caasaan ABO biyya Alaa kora waliinii ABO fi KFOn Finfinneetti gaggeessan deeggaruun kora seena qabeessa jedhan
Ibsa Ejjennoo Caasaa ABO Biyya Alaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) – Caasaa Biyya Alaa Ibsa Deggersaa Kora Waaliinii (Joint Conference)…
Ibsa Ejjennoo Caasaa ABO Biyya Alaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) – Caasaa Biyya Alaa Ibsa Deggersaa Kora Waaliinii (Joint Conference)…
Waliigaltee Marii Kora Waliinii Jilli jaarmayaalee hawaasa Oromoo adda addaa, Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) rakkoolee…
Waltajjiin Mata dureen isaa “Kora Waliinii “ jedhu ABO fi KFOn qophaaye Finfinnee Oromiyaatti eegale. Seenaa keessatti kora isa calqabaa…
➡ “Yeroo addabbii ji’oota sadii keessatti tarkaanfiin sirreeffamaa yoo hin fudhatamne galmeen dhaabichaa akka haqamu murtaa’eera”. Boordii Filannoo Biyyoolessaa Boordiin…
🔊 #Sagalee Hojjetootaa “Eeyyama keenya malee mindaa waggaa keenya keessaa %100 hir’ifamaa jirra.”” – Hojjetoota Godina Arsii Lixaa Aanaa Zuwaay…
Dhaabbanni bilisummaa pireesii idil-addunyaa CPJ Itoophiyaa keessatti bilisummaan miidiyaa dhiphachaa jiru yaaddoo isaa ibseera. Dhaabbatichi qorannoon dhiheenya kana gaggeeffame…
#Wallagga_Bahaa‼️ “Humna Mana hiidha keessatti erga dararaa turtee booda ppn mana hidhaa irraa baaste namoota qonnaan bultoota dabalatee maaqa farraa…
🔈 #Sagalee Konkolaachiftootaa ”Qaamni nageenyaa eegumsa waan hin gooneef eegdotaaf (Ajjaabotaaf)hanga birrii kuma 2 kaffaluuf dirqamne. “ Guyyoota muraasa keessatti…
Manni Maree Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Itiyoophiyaa dhimma USAID irratti mootummaan deeggarsa dippilomaasii akka godhu gaafate Ityoophiyaan duraan waggaatti gama USAID…
Hojjettoonni kuma 5 ol waliigaltee isaanii akka addaan citu ajajni kenname. Ministeerri Fayyaa hojjettoota deeggarsa CDC fi USAIDn qacaramanii kuma…