Koreen Hariiroo Alaa Seeneetii Ameerikaa yaada murtoo waloo Kamisa darbe dabarseen “beela akka meeshaa waraanaatti fayyadamu” balaaleeffateera....
Sudaan loltoota booji’amanii turan torbaa fi nama nagaa tokko na jalaa ajjeeste jechuun Itoophiyaa himatte. (SQ-Waxabajjii 27,2022)...
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Biyya Kanaadaa ajjeechaan naannawaa Gimbii Toleetti raawwatame qaama walabaan akka qoratamu gaafate. (SQ-Waxabajjii 26,2022)...
Gaazexeessituu Aljaziiraa kan ajjeese rasaasa humnoota Israa’eli jedhe UN (SQ-Waxabajjii 25,2022) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti waajjirri Mirga Namoomaa...
Shawaa Kibba Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa barataa kutaa 12 ajjeese. (SQ-Waxabajjii 25,2022) Oromiyaa guutuu keessatti ilmaan Oromoo ajjeesa...
Waraannifi tiki Bilxiginnaa mooraa jireenyaa hogganootaa fi miseensota ABO weeraruun Taaddaluu Yoonaas ukkaamsuun qabeenya saamuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii...
Dhaddachi guyyaa har’aatti kan beellamameef ajaja abbaan seeraa kennee tureen abbaan alangaa himata isaa fooyyeesse akka dhiyaatuuf...
Magaalaa Baakkootti Barataaan kutaa 12ffaa FayyisaaTafarii jedhamu formulaa herregaa haaraa kalaqe. (SQ-Waxabajjii 23/2022) Barataa Mana Barnootaa Sadarkaa...
Komiishiniin Poolisii Oromiyaa Hogganootaa fi Qondaalota ABO mana Murtii tti osoo hin dhiheesin hambise. (SQ- Waxabajjii 22,2022)...
Ajjeechaa Suukaneessaan Dhiha Wallaggaa Ona Gimbii Ganda Toleetti Raawwatame Qaama Walabaan Qoratamuu Qaba! Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo...