Ergamaan Addaa US Ministira Muummee Abiy Ahimad waliin mari’achuu beeksisan. (SQ-Fulbaana 20,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa US...
Month: September 2022
Imaammanni barnootaa haaraan mootummaan baase adeemsa sirna moofaa durii kan leellisudha jedhan barsiisonni. (SQ-Fulbaana 19,2022) Barsiisonni naannoo...
Bilxiginnaan miseensota ABO hidhuu itti fufe. (SQ-Fulbaana 17,2022) Qeerroo Mancaas Hundee Waardiyaa Waajjira Muummee Gullallee kan ture...
Eertiraan humnoota waraanaa eeggataa umuriin waggaa 55 gadii hatattamaan waraanaatti akka makamaniif ajajje (SQ- Fulbaana 16, 2022)...
Shawaa Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa tokko ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Fulbaana 15,2022) kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa...
Uummanni Oromoo Finxaaleyyii Amaaraan Godina Horroo Guduruu Aanaa Amuruu fi Horro Bulluq irraa buqqaafaman deeggarsa gaafachaa jiraachuun...
Eertiraan tattaaffii nagaa Itoophiyaa keessatti taasifamu “gufachiisuu” itti fufteetti: jedhe Gamtaan Awurooppaa. (SQ-Fulbaana 15,2022) Gamtaan Awurooppaa (EU)...
Arsii Lixaatti Bilxiginnaan miseensa KFO tokko achi buutee dhabamsiisee. (SQ-Fulbaana 14,2022) Godina Arsii Lixaa Aanaa Heeban Arsiitti...
Haleeellaa Finxaaleyyiin Amaaraa fi Faannoo Waliin ta’uun uummata oromoo irratti raawwachaa jiraniif qaamni furmaata nuuf kennu hin...
Haleellaa Diroonii Maqaleetti rawwaateen namoonni 10 ajjeefamuu Hospitaalli Ayidar ibse. (SQ-Fulbaana 14,2022) Qondaalli TPLF Geetaachoo Raddaa haleellaan...