Uhuruun sochii Itoophiyaatti nagaan akka bu’u eegalan itti fufuuf waliigaluu pirezidaantii Keeniyaa Ruutoon himan (SQ-Fulbaana 13,2022) Pirezidantiin...
Month: September 2022
(SQ-Fulbaana 13,2022) Wiiliyaam Samoyii Ruutoon pirezdaantii Keeniyaa Shanaffaa ta’uun sirna kakuu seenuu gaggeeffameen har’a muudamaniiru. Har’a pirezidantii...
Harargee Bahaatti, Bilxiginnaan raayyaa ittisa biyyaa dirqamaan gargaaraa jechuun uummata hiraarsaa jira. (SQ-Fulbaana 13,2022) Mootummaan Bilxiginnaa kufaatii...
Du’a Harmee Obbo Baqqalaa garbaa ilaalchisuun KFO’n ibsa Gaddaa baase! (SQ-Fulbaana 13,2022) Harmeen qabsaayaa gameessaa fi Itti’aanaa...
Marii nagaaf waamichi dhihaatee guyyaa lama booda Maqaleen dirooniin haleelamuu TPLF himate (SQ-Fulbaana 13,2022) Humnoonni Tigraay kaleessa...
Addi Bilisummaa Ummata Tigraayi (ABUT) Marii Araaraa Mootummaa PP duukaa ta’u Gamtaa Afrikaa jalatti gaggeeffamu fudhatuun karaa...
Gujii Lixaatti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 4 ajjeesuun beekame. (SQ-Fulbaana 11,2022) Maqaa sakatta’a Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun...
Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana bara haaraa Xoophiyaa ilaalchiisun rakkoolee Oromiyaa keessatti muudataniif Dhiifama gaafate haa ta’u...
Kutaalee Oromiyaa addaa addatti Waraanni Bilxiginnaa manneen uummataa gubuufi qabeenya saamuu itti fufe. (SQ-Fulbaana 10,2022) Waraanni faashistii...
Mootummaan Bilxiginnaa Sababa yaaddoo Nageenyaa jedhuun Irreechi bara kanaa akka hin kabajamne hambisuuf Wixinee qopheesse. (SQ-Fulbaana 9,2022)...