Dhaabbatni safariikoom Hojii seeraa Qabeessaa Hojjechaa hin jiru jechuun Uummata Oromoo keessaatti Mufii Uume. (SQ-Hagayya 09,2022) Dhaabbatni...
Year: 2022
Waraanni Bilxiginnaa Gujii lixaa fi Qellem Wallaggaatti namoota nagaa lama ajjeesuun nama rakkoo sammuu qabu 1 rasaasaan...
Gujii Bahaa Ona Liibanitti namoonni beelaan lubbuu dhaban. (SQ-Hagayya 09,2022) Gujii Bahaa Ona Liiban ganda 8 irraa...
Hubachiisa Gamtaa Afrikaatiin Kenname Ilaalchisee Ibsa ABO Hagayya 08, 2022- Finfinnee Duudhaan bu’uuraa ABO, dhimmootni walitti bu’iinsaa...
Osoo Uummanni Naannoo Tigraay rakkoo keessatti uggura jala jiruu marii’achuun hin danda’amu jedhe Dubbii himaan Adda Bilisa...
Waraanni Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz Toongootti manguddoo tokko ajjeessun dargaggoota lama madeesse. (SQ-Hagayyaa 8,2,222) Ajjeechaan ilmaan Oromoo...
Harargee lixaatti maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo qallabdu jedhuun hidhaan jabaatee itti fufuu jiraattonni himan. (SQ-Hagayyaa 8,2022) Waraanni...
Oromiyaatti Beelli Dhoksamee Lubbuu Namaa Galaafataa Jira jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo KFO’n. (SQ-Hagayyaa 8,2022) Godinaalee Oromiyaa garaa...
(SQ-Hagayya 7,2022) Waraanni mootummaa Bilxiginnaa maqaa “Shanee” barbadeessuu jedhuun qe’ee ummataa weeraree hammeenya raawwataa jiru, Hagayya 05,2022...
Horroo Guduruu Wallaggaatti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoo tokko mana hidha baasun ajjeessan. (SQ-Hagayyaa 7,2022) Hagayyaa 5,2022 Godina Horroo...