Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosat Ganda Hadheechaatti finxaaleyyii Faannoo daangaa dabruun lubbu namoota 7 galaafate. (SQ-Hagayya 15,2022)...
Year: 2022
Bulchiinsi magaalaa Sulultaa weerara lafaa Finxaaleyyiin Amaaraa amantaa dawoo godhachuun magaalichatti raawwatan irratti tarkaanfii fudhachuuf waadaa galee...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abbay Coomman Suluula Finca’aatti Waraanni Bilxiginnaa manneen Qonnaan bultootaa 6 fi dubartii...
Hoogganootaa fi Qondaalota ABO Manni Murtii Akka Hidhaadhaa Hiikaman Murteesse Ammallee Hin Hiikamne. (SQ-Hagayya 12,2022) Miseensota Shanee...
Godina Guraageetti Manni marii Murtoo Uummanni Gaafate Fudhate. (SQ-Hagayya 11,2022) Manni Marii Godina Guraagee, godinoota ollaa isaa...
Waraanni Bilxiginnaa Godina Arsii Bahaa Aanota Garaagaraatti Manneen Qotee Bulaa gubuu cimsee itti fufee jira. (SQ-Hagayya 11,2022)...
Arsii Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa daa’ima ji’a 8tti dabalatee maatii guutuu hidhuun dhaga’ame. (SQ-Hagayyaa 11,2022) Kibba Baha Oromiyaa...
Waraanni Bilxiginnaa manneen barnootaa mooraa waraanaa godhachuun sirna baruuf barsiisuu adda kutaa jiraachuun beekame. (SQ-Hagayyaa 11,2022) Waraanni...
Dhaabbanni Mootummoota Gamtomanii (UN) fi Eejansiin Mootummaa Itoophiyaa atattamaan deeggarsa yoo argatan malee baqattoonni kuma 750 ol...
Waraanni Bilisummaa Oromoo Birgeediin Odaa Bulluq Cibraan Abiishee Garbaa fi Humni Furgaatuu Aduu Saafaa Loltoota Mootummaa irratti...