maqaleeti Haleellaa qilleensa raawwtee (SQ-Hagayya 26,2022) Magaala Maqalee keessatti haleellaa qilleensarraa raawwatamuu hordofee mootummaan ibsa baaseen naannolee...
Year: 2022
Waraanni Bilxiginnaa Aartist Falmataa Kabbadaa Hidhuun dhagaham. (SQ-Hagayya 26,2022) Waraanni Bilxiginnaa Aartist falmataa Kabbadaa hidhuun dhaga’ame. Mootummaan...
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan.
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan.
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan. (SQ-Hagayya 25,2022) Nuti...
Qellem Wallaggaatti waraanni Bilxiginnaa shamarree tokko gudeedduufi namoota jumlaan hidhun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 24,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa Hagayya...
(SQ-Hagayya 24,2022) Hagayya 20/2022 tarkanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo aanaa Ambootti waraana Bilxiginnaa irratti fudhatee hordofuun waraanni Bilxiginnaa...
Godina Wallagga Bahaatti Waraanni Mootummaa dargaggoo tokko manaa jireenya isaa keessaa baasuun Lubbuu balleessuun gatan. (SQ-Hagayya 24,2022)...
Miseensi GS-ABO Jaal Amaan Filee Mana Murtii walii galaa Federaatti ol iyyaannoo dhiyyeeffatan. (SQ-Hagayya 24,2022) Waggoota lamaa...
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti Buufata fayyaa mancaasuu jiraattonni himan. (SQ-Hagayya 23,2022) Godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo ganda...
Baalee Bahaatti, dhibeen gifiraa lubbuu namootaa galaafate. (SQ-Hagayya 23,2022) Goodina Baalee Bahaatti dhibee gifiraa mudateen yoo xiqqaate...
Kaaba Oromiyaa Walloo keessatti humni addaa Amaaraa Shamarran Oromoo bifa nama suukkaneessuun dararaa jira. (SQ-Hagayya 23,2022) Kaaba...