Waldaan Wabii Maccaa ajjeechaa Jumlaa Agamsaatti Faannoon raawwate balaleeffachuun gargaarsa walitti qabuu eegale. (SQ-Fulbaana 7,2022) Waldaan Wabii...
Year: 2022
Finfinnee fi Naannawaa isheetti Hidhaan Ilmaan Oromoo irratti xiyyeeffate jabaatee itti fufee jira. (SQ-Fulbaana 6,2022) Barreessituu Kitaaba...
Ajjeechaa Jilmaa ykn Sanyii daguuggaa (Genocide). Ibsa ejjennoo Gurmuu Qabsaa’ota Gameeyyii Bilisummaa Oromoo (GQGBO) irraa kenname. Guyyaa...
Uummanni Oromoo Hammeenyaa fi Ajjeechaa Seera idil-addunyaa cabsuun Irratti Raawwatamaa Jiru of- irraa Ittisuu qaba Ibsa Adda...
Waraana Kaaba Itoophiyaa ilaalchisuun Ergamaan Addaa Ameerikaa gara Itoophiyaa imaluuf. (SQ-Fulbaanaa 3,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Pireezidantii...
Haala Yeroo Oromiyaa fi Itiyoophiyaa Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Ibsa ABO – Fulbaanaa 2, 2022 Addi...
Haleellaa Finxaaleyyiin Amaaraa fi shororkeessitootni Faannoo aanaa Amuruu magaalaa Agamsaatti raawwataniin lubbuun namoota hedduu darbuu jiraattonni himan....
Waraanni Itoophiyaafi Ertiraa Kaaba-Lixa Tigraayiin haleellaa banan jedhe TPLF. (SQ-Fulbaana 1,2022) Waraanni mootummaa Itoophiyaafi Ertiraa Kaaba-Lixa Tigraayiin...
Ajjeecha Abbootii Gadaa Karrayyuu ilàlchisee Waldaan Ijaarsa Dubartoota Oromoo Idil Addunyaa xalayaa UNESCO dhaaf barreessee. (SQ-Hagayya 31,2022)...