‘Sochii waraanni Ertiraa daangaa Itoophiyaatti taasisu hordofaa turre, cimsinee mormina’ jedhan ergamaan adda US Maayik Hamar. (SQ-Fulbaana...
Year: 2022
Miseensonni Gumii Paartilee Morkattootaa (Caucus of Opposition Parties) Jila Gamtaa Awurooppaa Waliin Marii Taasisan (SQ-Fulbaana 21,2022) Affeerraa...
RE: Response to the OSPG Allegations & Upcoming Project The Oromo Sisterhood Project Group (OSPG) does not...
Itoophiyaa keessatti “yakki waraanaa fi yakki namoomaa raawwatameera jedhanii amanuuf sababa amansiisoo jira jedhan qorattooti UN (SQ-Fulbaana...
Wallagga Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoo 1 ajjeesun, qabeenyaa uummataas saamaa turuu jiraattonni himan. (SQ-Fulbaana 20,2022) Waraanni Bilxiginnaa...
Ergamaan Addaa US Ministira Muummee Abiy Ahimad waliin mari’achuu beeksisan. (SQ-Fulbaana 20,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa US...
Imaammanni barnootaa haaraan mootummaan baase adeemsa sirna moofaa durii kan leellisudha jedhan barsiisonni. (SQ-Fulbaana 19,2022) Barsiisonni naannoo...
Bilxiginnaan miseensota ABO hidhuu itti fufe. (SQ-Fulbaana 17,2022) Qeerroo Mancaas Hundee Waardiyaa Waajjira Muummee Gullallee kan ture...
Eertiraan humnoota waraanaa eeggataa umuriin waggaa 55 gadii hatattamaan waraanaatti akka makamaniif ajajje (SQ- Fulbaana 16, 2022)...
Shawaa Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa tokko ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Fulbaana 15,2022) kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa...