Finfinnee keessatti dargaggoota Oromoo Sabboontota ta’an ukkamsanii mana hidhaatti darbuun akkuma itti fufetti jira. (SQ-Fulbaana 27,2022) Finfinnee...
Year: 2022
(Uummata Wallaggaaf Sagalee taana) Ajj**eechaa sukkanneessaan uummata Oromoo Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallagaa Bahaa keessatti gaggeeffamaa jira. Uummatni...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Jaardagaa Jaarteetti haleellaa Shororkeessitoonni Faannoo fi Finxaaleyyiin Amaaraa tibbana raawwataniin Ummanni qe’ee...
Gujii Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota nagaa 4 rasaasaan ajjeesee. (SQ-Fulbaana 28,2022) Fulbaana 25/2022 Godina Gujii Lixaa aanaa...
Bunnoo Beddelleetti Waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa 1 ajjeesuun beekame. (SQ-Fulbaana 24,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa kutaalee Oromiyaa garaa garaa...
Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo adeemsa OPDO kaleessa PP har’a sirnaan hubachuu qaba jedhame. (SQ-Fulbaana 24,2022) OPDO’n kaleessaa...
Ona Jaardegaa Jaarteetti gareen Finxaaleyyii Faannoo jedhamanii fi poolisootni Federaalaa qaama Mootummaa waliin ta’uun hawaasa nagaa irratti...
Gatiin Dolaara tokkoo gabaa gurraachatti daran dabalaa dhufu isaa barruun ‘capital’ gabaase. (SQ-Fulbaana 22,2022) Fedhiin sharafa alaa...