MCBNO fi ABO Oromoo duwwaa osoo hin taane Itoophiyaa guutuun, Lammiileen Oromiyaa fi Itoophiyaa guutuun gaaga’ama siyaasaa...
Year: 2022
Godina Shaggar Kibba -Lixaatti Aadde Kokabee kan jedhaman mana hidhaa keessatti ajjeefaman. (SQ – Onkoloolessa 15,2022) Oduun...
Waldaan Maccaa fi Tuulamaa adeemsa daangaa bulchiinsaa magaalaa Finfinnee sararuu jechuun deemame morme. (SQ-Onkoloolessa 15,2022) Waldichi ibsa...
Hongeen Oromiyaa keessatti shamarran umrii malee akka heerumaniif saaxilaa jira jedha jaarmiyaan baraarsa daa’immanii UNICEF. (SQ-Onkoloolessa 15,2022)...
Waraani PP Ilmaan Oromoo bakkoota hedduutti adamsee lubbuu balleessuu itti fufe. (SQ Onko 13,2022) Badii fi gaaffii...
ABO’n ajjeechaa sukkanneessaa Hogganoota isaa irratti raawwatamu cimaee balaaleffata. Ajjeechaa Miseensa GS-ABO Jaal Moo’ibon Baqqalaa irratti...
Reeffi Miseensa GS-ABO jaal Mo’iboon Baqqalaa gara magaalaa Naqamteetti ergame. (SQ-Onkoloolessa 13,2022) Miseensa GS-ABO J/Mo’iboon Baqqalaa Onkoloolessa...
Oromiyaatti namoonni kuma 225 ol ta’an godinaalee shan keessa sababa hongeetiin yoo buqqa’an, Namoonni walakkaa miliyoonaa ta’an...
Giddaa Ayyaanaatti Waldhabdee Faannoofi Milishoota Oromiyaa gidduutti uumamen Milishoonni 6 ajjeefamun 3 madaa’un dhaga’ame. (SQ-Onkoloolessa 12,2022) Onkoloolessa...
Humnoonni nageenyaa mootummaa hayyuu Oromoo Alamaayyoo Diroo hidhanii mirga mana murtiitti dhiyaachuusaa sarban. (SQ – Onkoloolessa 11,2022)...