Roorroon daangaa darbe baraan ummata Oromoo irratti qaama aangoo Siyaasaa afaan Qawween dhuunfateen gaggeeffamu dhaabbachuu qaba jenna...
Year: 2022
Shawaa kaabaa Warra Jaarsoo fi Ambootti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa lama ajjeesan. (SQ-Sadaasa 2,2022) Godina shawaa kaabaa...
Kaayyoon marii nagaa Afrikaa Kibbaatti mootummaa Itoophiyaa fi humnoota Tigraay gidduutti gaggeeffamu waraanni Eertiraa Itoophiyaa keessaa akka...
Finxaaleyyiin Amaaraa Wallagga Bahaa Giddaa Ayyaanaatti namoota nagaa ajjeessu itti fufan. (SQ-Sadaasa 1,2022) Mootummaan Bilxiginnaa ilmaan oromoo...
Lammiileen miliyoona 1.5 Oromiyaarraa, walakkaa miliyoonaa kan ta’an naannoo Tigraay, Affaarii, Amaaraatii sababa hongeefi waraanaatiin buqqa’uu UNICEF...
Bilxiginnaan haleellaa xiyyaaraa Wallagga lixaa Mana sibuutti fudhateen daa’imni tokko du’uun namoonni saddeet madaa’uun dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 1,2022)...
Mariin nagaa Itoophiyaa Afrikaa Kibbaatti taa’amaa jiru hanga Roobiitti dheereffame (SQ-Onkoloolessa 31,2022) Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota...
Warri waraana Itoophiyaa keessatti hirmaatan hunduu dhiittaa mirga namoomaa raawwataniiru jedhe dhaabbani mirga namoomaaf falmu Amnastii International....
Iluu Abbaa Booraaf Shawaa Kaabaatti Waraanni PP namoota lama ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 27,2022) Godina Iluu Abbaa Booraa aanaaa...
𝐎𝐛𝐛𝐨 𝐑𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐃𝐮’𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐨𝐪𝐨𝐭𝐮𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐁𝐎 – 𝐎𝐧𝐤𝐨𝐥𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚 𝟐𝟕,𝟐𝟎𝟐𝟐 Obbo Raggaasaa...