‘US warra waliigalticha gufachiisan adabuuf qoqqobbii fayyadamuurraa duubatti hin deebitu’ (SQ-Sadaasa 16,2022) US waliigalteen waraana dhaabuuf mootummaa...
Year: 2022
Shawaa lixaa Meettaa Walqixxeetti Humni Adda Oromiyaa uummata saamaa shamarran gudeedaa jiraachu himatu jiraattonni. (SQ-Sadaasa 15,2022) Godina...
Miseensi Mana Maree Ameerikaa Biraad Sheermaan, Qoqqobbiin Itoophiyaa miseensummaa AGOA keessaa haquuf biyyattiirra kaa’ame akka hin kaaneef...
ODUU AMMEE/BREAKING 𝗛𝗮𝗹𝗲𝗲𝗹𝗹𝗮𝗮 𝗫𝗮𝘆𝘆𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗚𝗼𝗱𝗶𝗻𝗮 𝗟𝗶𝘅𝗮 𝗦𝗵𝗮𝗴𝗴𝗮𝗿 𝗖𝗼𝗯𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗚𝗲𝗴𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗺𝗲𝗲𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗻𝗶 𝟱𝟵 𝗗𝘂’𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝗠𝗮𝗱𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗻 𝗚𝗮𝗯𝗮𝗮𝘀𝗮𝗺𝗲 (SQ –...
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) karaa danda’amu hundaan gargaaruuf qooda keenya haa baanu. Teessoo YouTube Channel SBO...
Rakkoon nageenyaa fi hongeen Oromiyaatti gaaga’ama namoomaa qaqqabsiise jedhe UNOCHA’n. (SQ-Sadaasa 14,2022) Rakkoon nageenyaa fi hongeen lixaa...
Weellisaa Damisoo Moosisaa mana hidhaatii baafamuun humnoota mootummaatiin ajjeefamuunsaa dhaga’ame.
Weellisaa Damisoo Moosisaa mana hidhaatii baafamuun humnoota mootummaatiin ajjeefamuunsaa dhaga’ame.
Weellisaa Damisoo Moosisaa mana hidhaatii baafamuun humnoota mootummaatiin ajjeefamuunsaa dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 14,2022) Weellisaa Damisoo Moosisaa Caamsaa 29,...
Barsiisaa Toomaas Gammachuu mana hidhaa keessaa baafamee ajjeefamuun dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 14,2022) “Barsiisaa Toomaas Gammachuu Kabaa kan jedhaman...
Lammiilee haleellaa diroonii fi humnoota lafoo mootummaatiin Oromiyaa keessatti ajjeefaman yaadachuuf sirni Dungoo ibsuu Ameerikaa Washingtan DCtti...
Hidhattoonni bakka biraatii dhufan amantoota waaqeffachaa turan Saasiggaatti jumlaan fixan jedhe- Waldaan Warra Wangeelaa Makkaana Yasusii Itoophiyaa...