Barsiisonni yuunivarsiitii yeroo hin murtoofneef hojii akka dhaaban beeksisan. (SQ-Sadaasa 29,2022) Akka xalayaan Ministeera Barnootaa fi Mana...
Year: 2022
Shawaa Lixaafi Harargee Bahaatti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa lama ajjeesse. (SQ-Sadaasa 26,2022) Godina Harargee bahaa aanaa Baddannoo...
Naannoon Oromiyaa naannoo tasgabbiin irraa fagaate taโee itti fufeera jedhe ACLEDโn. (SQ-Sadaasa 26,2022) Torbaanota lamaan darbanitti lolli...
๐๐ฎ๐ซ๐ง๐๐ ๐๐ข ๐๐๐ซ๐๐๐ง ๐
๐ข๐ฑ๐ข๐ง๐ฌ๐ข ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐ฅ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐๐ฆ๐ข๐๐ก๐ ๐๐จ๐๐ก๐๐ง ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ก๐. Ijoo Dubbii ABO...
Yaaddannoon waggaa 16ffaa wareegama Artist fi qabsaaโaa Usmaayyoo Muussaa Finfinneetti geeggeefamuuf. (SQ-Sadaasa 25,2022) Sadaasa 27 bara 2022...
Liigiin Mirgoota Namoomaa Gaanfa Afriikaa Itoophiyaa keessatti dhalattoonni Oromoo kuma 40 caalan hidhaa jiraachuu beeksise. https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB...
Itoophiyaatti ammallee lammiileen miliyoona 20 sababa hongee fi wal waraansaa gargaarsa namoomaa barbaadu jedhe UNOCHA’n. (SQ-Sadaasa 24,2022)...
Wallaggaa Lixaa Begiifi Haaruutti haleellaa humni qileensaa Bilxiginnaa raawwateen lubbuun namoota nagaa darbe. (SQ-Sadaasa 24,2022) https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB...
Waldaan Masarata Kiristoos rakkoo Oromiyaatti mudateen miseensonni 348 jalaa ajjeefamuu ibsite (SQ-Sadaasa 23,2022) https://t.me/hordofaa Waldaan Masarata Kiristoos...
Harargee Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa manneen namoota 57 gube. (SQ-Sadaasa 22,2022) Bahaa Oromiyaa Aanalee akka Ciroo fi Odaa...