๐๐๐๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐๐ฅ ๐๐ ๐๐ก๐ข๐๐๐ ๐
๐ข ๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ง ๐๐ก๐๐ ๐โ๐๐ฆ๐ง๐๐๐ง ๐๐๐ค๐ค๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ข๐ฏ๐ข๐ข๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐๐...
Year: 2022
Wallaggaa keessatti Daa’imman dabalatee ummatni haala hamaan buqqa’aa jira. Sagalee Qeerroo- Mudde 3/2022 Godina wallaggaa bahaa aanota...
Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti haleellaa lama guyyoota muraasa giddu raawwatameen abbaa seeraa mana murtii...
Uummanni Aanaa Kiiramuu guutummaatti buqqa’aniiru” <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 3/2022> Lola hidhattoonni Amaaraa ‘Faannoo’ jedhaman uummata Oromoo...
Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa hidhattoonni โFaannooโ gaggeessaniin namoonni hedduun ajjeefaman, ummanni Oromoo aanichaa hundi buqqaโe Sagalee...
Humni hidhate daangaa Oromiyaa cehuun Ummata Oromoo wallaggaa irratti weerara banuun lubbuu hedduu galaafate. Sagalee Qeerroo -Mudde...
Waggaa har’a Abbootii Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti jumlaan dhuman! 1.Kadiiroo Hawaas Boruu / Abbaa Bokkuu Gadaa Michiilee...
Yoo Qabsaahaa Haqaa taati wantoota armaan gadii hojiirra Oolch โข Ummatni Oromoo makmaaksa fokkataaโKan Haadha tiyya fuudhe...
Oromiyaa Bakkoota addaa addaatti waraanni Bilxiginnaa uummata jumlaan hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Mudde 1,2022) https://t.me/hordofaa Saba Oromoofi...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Gudurutti Waranni Bilxiginnaa Manguddoo 1 ajjeese. (SQ-Sadaasa 29,2022) https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB Sadaasa 27,2022...