Yuunivarsiitiin Istaanfoord Afaan oromoo barsiisuu eegale. (SQ-Onkoloolessa 22,2022) Afaan Oromoo afaanota Itoophiyaa Yuunivarsiitii Staanfoordiitti barsiifaman keessaa tokko...
Year: 2022
(SQ-Onkoloolessa 22/2022) Waajjirri Dhimma Nageenya Biyya Keessaa Ameerikaa (DHS) lammiilee Itoophiyaa sababii waraanaatiin biyyatti deebi’uu hin...
Iraan diroonii waraanaa Itoophiyaaf dhiyeessuu Ameerikaan ibsite. (SQ-Onkoloolessa 20,2022) Waraana waliinii Itoophiyaa keessatti Dirooniin Turkiyee Baayraktar TB2,...
Shawaa Lixaa Aanaa Meettaa Walqixeetti humni Qilleensa Itoophiyaa haleellaa Diiroonii raawwachuun lubbuu namoota nagaa galaafate. (SQ-Onkoloolessa 20,2022)...
Wallagga Bahaa Tsiggee bakka jedhamutti ilmaan Oromoo hedduun humna faannoo Amaaraan ajjeeffamuun dhagahame. (SQ-Onkoloolessa 20,2022) Akka maddeen...
Artist Alii Birraa dhukkubsatee yaalamaa jiraachuu maatiin himan (SQ-Onkoloolessa 19,2022) Artistiin gameessi Alii Birraa dhukkubsatee wallaansarra jiraachuu...
Wallagga Lixaa Mana Sibuutti Waraanni mootummaa Bilxiginnaa ilmaan Oromoo sadii ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 19,2022) Godina Wallagga lixaa aanaa...
Ce’umsi Haqa Qabeessi Furmaata Biyya Kanaati Maqaa ittiin aangoorra turan jijjiirrachuu fi tooftaa ittiin Oromiyaa cabsanii fi...
Magaalaan Shiree humna waraanaa Itoophiyaan to’atamuun gabaafame (SQ-Onkoloolessa 18,2022) Humni waraanaa Itoophiyaa magalota gurguddoo naannoo Tigraay keessaa...
Wallaggaa Bahaa Kiiramuutti Faannoon namoota 40 ol ajjeesse. (SQ – Onkoloolessa 18,2022) Finxaaleyyiin Amaaraa gareen goolessaa Faannoo...