Mootummaan Bilxiginnaa Harargee Lixaatti ilmaan Oromoo Dirqamaan dirree waraanaatti guuraa jiraachuu jiraattonni himan. (SQ-Onkoloolessa 4,2022) Mootummaan faashistii...
Year: 2022
Ergamaan Addaa US Maayik Haamar dhimma waraanaa Kaaba Itoophiyaa irratti ammas Finfinneetti deebi’uuf. (SQ-Onkoloolessa 4,2022) Gaanfa Afriikaatti...
Oduu gaddaa (SQ_Onk 02,2022) Dargaggoo Haftaamuu Dhibbaa Baqqalaa dhalataa Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Onkoloolessa 01,2022 Irreecha Hora...
Jala bultii Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee irraa qabee Qeerroo hedduun humnoota tikaa mootummaa PPtiin bakkoota hedduu tti...
Haalli namoomaa Tigiraay keessa jiru yaaddessaadha jedhe Gamtaan Awurooppaa. (SQ-Onkololeesa 2,2022) Waraanni Kaaba Itoophiyaa ji’oota shaniif dhaabate...
Waraanni Bilxiginnaa Gujiitti Abbaa ajjeesuun reeffa abbaa cinaatti intalaa isaa yoo gudeedan Qellem wallaggattis nama tokko ajjeessan....
kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa ilmaan Oromoo hidhuu cimsee itti fufe. (SQ-Fulbaana 30,2022) Mootummaan faashistii...
Uummatni keenya Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Onoota Garaagaraa irraa Buqqa’an ammallee gargaarsa hatattamaa barbaadu. (SQ-Fulbaana 30,2022) Ummatni...
Sababa Tokko Malee Xiyyeeffannoodhaan Namoota Nagaa Ajjeesuu fi Hidhuun Mallattoo Sirnoota Abbaa Irreeti jedhe. Ibsa Adda Bilisummaa...
Qabsaa’aa Gameessaa fi walitti qabaa Koree Naamusaaf to’annoo ABO kan ta’an Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan...