Baalee Lixaa Agaarfaatti waraanni Bilxiginnaa manneen 20 qabeenya waliin gube (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Godina Baalee Lixaa aanaa Agaarfaa...
Year: 2022
Giddaa Ayyaanaatti Waraanni bilxiginnaa barattuu tokko rasaasaan rukutuun madeesse. (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Onkoloolessa 24, 2022 Godina Wallagga bahaa...
Godina Harargee lixaa mi’eessootti, “maatii shaneeti” jechuun waraanni pp namoota nagaa lama ajjeesan. (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Onkololeessa 25,...
Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota Tigraay gidduu Afrikaa Kibbaatti jalqabe (SQ-Onkoloolessa 25,2022) Mariin nagaa mootummaafi humnoota Tigraay...
Horroo Guduruu Shaambuu fi Baakkootti waraanni Bilxiginnaa dargaggoota lama ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 25,2022) Guyyaa dheengaddaa jechuun onkololesssa 23,2022...
Shawaa Lixaa aanaa Cobiifi Wallaggaa Bahaa Nuunnuu Qumbaatti haleellaa diroonii PP’n raawwatameen namoonni nagaan 70 caalaan ajjeefamuun...
Godina Gujii Bahaa fi Qellem Wallaggaatti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 7 ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 24,202) Waraanni mootummaa paartii...
๐๐ฃ๐ฃ๐๐๐๐ก๐๐๐ง ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐ง ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐ข๐๐ก๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข๐ง ๐๐๐๐ง๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐ฎ ๐๐จ๐๐ก๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ซ๐๐๐ง๐๐...
Nuunnuu Qumbaa Ganda Waamaa Adareetti humni Qilleensaa Mootummaa Bilxiginnaa xiyyaaran uummata nagaa haleele. (SQ-Onkloolessa 23,2022) Humni Qilleensa...
Ajjeechaafi saamichi, manneen uummataa gubachuun ammas Amuruu irraa hin dhaabbanne. (SQ-Onkoloolessa 22/2022) Haleellaa humnoonni Amaaraa Faannoo jedhamaniifi...