Ergamaan addaa Ameerikaa aanga’oota Itoophiyaa waliin mari’achuuf Finfinnee jiru (SQ-Bitootessa 22,2022) Ergamaan Addaa Gaanfa Afriikaa Ameerikaa Ambaasaadar...
Year: 2022
Waldaan Wabii Maccaa ummata Milishaa Amaaraan Qe’eesaarraa buqqaafame qaqqabuuf sagantaa galii walitti qabuu qopheesse! (SQ-Bitootessa 22,2022) Waggoota...
WFP guyyoota darban gargaarsi konkolaataan gara Tigraay fe’ame hin jiru jedhe (SQ-Bitootessa 22,2022) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Sagantaan...
Waraanni Bilxiginnaa Shawa lixaafi Qellem Wallaggatti Abbaa Qabeenya 1 fi dargaggeessa qaroo hin qabne tokko ajjeessan.. (SQ-Bitootessa...
Qondaalli ABO itti gaafatamaan Shawaa Lixaa kan ta’e jaal Gadaa Gabbisaa haalli fayyummaa isaa akkaan yaaddessaa ta’uun...
(SQ-Bitootessa 20, 2022) Barattoonni Oromoo 18 Bitootessa 17,2022 Godina Matakkal Aanaa Dibaax bakka Bishaan Adii jedhamutti konkolaataa...
Boorana Aanaa Eelwayyeetti Hongeen mudate Lubbuu Namaa galaafachaa jira. (SQ-Bitootessa 20,2022) Godina Booranaatti hongee bubbuleen namoonni beelarra...
Ajjeechaan hojjettoota MSF loltaata mootummaan raawwatamuun mirkanaa’uu hordofee, mootummaan Itoophiyaarraa deebiin barbaada jedhe dhaabbatichi. (SQ-Bitootessa 19,2022) Ajjeechaan...
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa lixaatti Maanguddoo 1 ajjeesuun Midhaanii fi manneen uummataa hedduu abiddaan gubuun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 19,2022)...
Paartiin Bilxginnaa yeroo ammaa impaayera Itoophiyaa bulchaa jiru Gocha suukaneessaa dhala nama irraa hin eegamnee fi hidhaa...