Jaardagaa Jaarteetti haleellaa Milishaa Amaaraatiin maatii tokko keessaa namoonni afur ajjeefaman. (SQ-Ebla 4,2022) Godina Horro Guduruu Wallaggaa...
Year: 2022
๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ Baatii Eblaa, Baatii Kabajamaa, Baatii Ulfaataa, Baatii Yaadannoo! Baatii (Jiโa)...
Arsii Bahaa Aanalee adda addatti Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manaaf haadha manaa dabalatee namoota 9 ol hidhuun dhaga’ame....
๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ฃ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐
๐๐ฅ๐ ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ญ๐๐ ๐
๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐๐๐ฅ๐๐,๐๐๐ค๐ค๐๐ ๐๐ข๐ญ๐ข #Impaayira Ethiopia afaan Qawween ijaaramtee afaan qawween...
Waraanni Bilxiginnaa Arsiifi Shaggar Lixaatti ilmaan keessantu Bosona jira jechuun Abbootiifi Haadholii hedduu hidhan. (SQ-Ebla 3,2022) Waraanni...
Yuuniversitiin Finfinnee dhalattoota Oromoo hojii eegumsaa irratti ramadaman hojiirraa ariโaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 3,2022) Yuunvarsiitiin Finfinnee jeequmsa...
Qorannoon walabaa maallaqaan deeggaramuu hin qabu’ jechuun kan Itoophiyaan falmite UN kuffise (SQ-Ebla 1,2022) Koreen Idil-addunyaa waraana...
Dhiyeessitootni boba’aa guyyaa 10 booda lagannaa hojii taasisuuf haalduree kaa’an. (SQ-Eebla 1,2022) Waldaan Abbootii Qabeenyaa Geejjiba Boba’aa...
Gujii Lixaatti waraanni Bilxginnaa maatii tokko keessaa namoota 4 albeedhaan yoo qaluu Ollaama isaaniidha namoota 3 rasaasaan...
Wixineen seeraa S3199 Itoophiyaarratti dhiyaate koree seeneetii Ameerikaan raggaasifame (SQ-Bitootessa 30,2022) Wixineen seeraa S3199 Itoophiyaatti nagaa fi...