“Imaanaa Jaallan Irratti Kufanii Ofitti Fudhachuun, Irbuu Keenya Haaromsannee Sagantaa Siyaasaa ABO Jala Hiriirun Hanga Hiree Murteeffannaatti...
Year: 2022
(SQ-Ebla 14,2022) Boordichi har’aa Ebla 14,2022 paartilee siyaasaa waliin dhimmoota lamarratti mari’achaa kan oole yoo ta’u dhimmaa...
Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Yaadachuudhaan Kaayyoo Isaan Irratti Wareegaman Galmaan Gayuuf Irbuu Ni Haaromfanna (Ibsa Qeerroo...
Ijoolleen Oromoo 19 Matakkal irra gara Finfinnee barnootaaf deema turan Ukkaamfamun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 14,2022) Ijoolleen Oromoo 19...
Aanaa Noonnootti Haleellaa hidhattootaan lubbuun namaa darbuun manneen 40 ol gubatan (SQ-Ebla 14,2022) Godina Shawaa Lixaa Aanaa...
Abiy Ahimad duula Oromiyaa olaantummaan akka hooggananiif Qondaalota waraanaa sadii muuduun dhagahame. (SQ-Ebla 14,2022) Odeeffannoon keessoo Bilxginnaatti...
SQ-Ebla 13,2022! Ergaa Baga GGO Ebla 15, 2022 Ganna 37ffaa geessanii, Jaallan Hoogganootaa fi Qondaalota ABO Mana...
Qondaali ABO Jaal Gadaa Gabbisaatti Dhibeen hammaachuun haala hamaa keessa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 13,2022) Qondaalli ABO Jaal...
Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa fi itti aanaan isaa har’a Finfinnee galu (SQ-Ebla 13,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaan...
Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Gandeeniifi Magaalaa keessa deemanii Waraanni murna Bilxiginnaa Uummata nagaa hidhuun dararaa...