Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaafi Bahaatti namoota nagaa 8 yoo ajjeesu 5 ammoo madeesse. (SQ-Ebla 26,2022) Waraanni Bilxiginnaa...
Year: 2022
Salaaletti waraanni mootummaa Bilxginnaa ajjeechaa fi Saamicha qabeenya uummataa irratti rawwaacha jiraachuu uummanni himate. (SQ-Ebla 26,2022) Godina...
Roobni Yeroo Arfaffaaf Xiqqaachuun, Gatiin midhaan nyaataa dabaluun miidhaan hongeen geessisu yaaddessaa taasiseera jedhe Dhaabbani save the...
Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Liiban Cuqqaalaatti Waraanni PP Ummata nagaa goolaa jiru. (SQ Eblaa_ 23,2022)...
Yuunversiitiin Finfinnee Waardiyyoota Oromoo hojii irraa ari’uun har’a Waardiyyootaa Sabaan Amaaraa ta’aan qofaa mooraa galchuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla...
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa qaala’iinsa jireenyaa hamaa qaban 8 keessaa 3ffaa taate (SQ-Ebla 23,2022) Akka Biizinas Insaayider biyyoota...
Humni Qilleensaa Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti Uummata nagaa haleele. (SQ-Ebla 22,2022) Kaleessa haleellaan Diroonii kun raawwatamuun dura Helikoopterri...
Dargaggoo Gumii Surichoo Layeefi Galma Taarii Magaalaa Finfinnee keessa tika Bilxginnaan qabamun hidhaman. (SQ-Ebla 22,2022) Yeroo...
Weerara Namoota Nagaa – Oromoota Walloo irratti Mootummaa PP fi Mootummaa Naannoo Amaaraatiin Gaggeeffamaa Jiru Ilaalchisee Ibsa...
Faannoon Shawaa Bahaatti Ambulaansii gube. (SQ-Ebla 21,2022) Waajjirri dhimmoota kominikeeshinii Godina Shawaa Bahaa fuula miidiyaa hawaasaa isaan...