Dhaabbatni Gurgurtaa Oomishaa Xoopiyaa Dameewwan isaa jaha humnoota nageenyaa Mootummaa Bilxiginnaan jala cufamuufi hojjettoonni isaas hidhamuu ibse....
Year: 2022
Waraana Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Uummata Oromoo fi Lammilee Oromiyaa irratti kallattii maraan labsee jiru ilaalchisee ABOn ibsa...
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaa, Gujii Lixaa fi Horroo Guduruutti Uummata nagaa 64 ajjeesse. (SQ-Ebla 30,2022) Godinalee Oromiyaa...
Matakkalitti dhalattoonni Oromoo fi Agaw gareen humna Faannoo dararaa hamaan nurraan gahaa jira jedhan. (SQ Ebla _...
Koonyaa Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abbaay Coomman Suluula Finca’aatti Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Waraanni PPn...
Qondaalli ABO jaal Gadaa Gabbisaa dhibee isa mudateen yaala dhabuun haala yaaddessaa keessa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 28,2022)...
Hordoftoonni Amantaa Musliimaa Magaalaa Finfinneetti hiriira bahuun Faannoo Balaaleffatan (SQ-Ebla 27,2022) Kibxata Kaleessaa Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti...
Humnoonni Amaaraa Koonyaa Matakkalitti Abbaa Gadaa Oromoo Matakkal dabalatee namoota hedduu ukkaamsanii fudhatan jedhame. (SQ Ebla_ 27,...
(SQ-Ebla 27,2022) Godina Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti lola mootummaafi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti gaggeefamaa jiruun...
Matakkalitti Waraanni PP Ummata Oromoo yakka tokko malee hidhuun hidhuun dararaa jiraachuu maddeen keenyi nuuf dhaaman. (SQ...