Shaggar Lixaatti Waraanni Bilisummaa Oromoo Dargaggoota lama kan Waraana Bilisummaa Oromoo fakkaachuun Haadha waggaa 50 gudeeddan to’ate....
Year: 2022
Du’aan Boqochuu Jaal Dr. Fidoo Eebbaa Ilaalchisuun Yaada Namoota Midiyaalee Hawaasaa irratti barreessa jiran. (SQ-Caamsaa 03, 2022)...
Ada’aa Bargaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota 30 ol hidhuun mana uummataa 14 ol gube. (SQ-Caamsaa 3,2022) Waraanni Bilxiginnaa...
Dhaabbanni Mirga Gaazexeessitootaaf Falmu CPJ’n Gaazexeesitooni ONN Dassuu Duulaaf Biqilaa Amanuu himati isaanii adda citee akka hidharra...
(SQ-Caamsaa 3,2022) Mootummaan Bilxginnaa maqaa oppireeshinii farra riphee lolaa jedhuun Oromiyaa guutuu irratti lola erga labsee bubbuleera....
Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 4ffaaf har’a Mana murtii waliigala Oromiyaatti...
Odeessa Gaddaa ===================================== Dr Taaddasaa Eebbaa, hayyuun Oromoo Hoggana olaanaa ABO duraanii Kan ta’an dhukubsatanii yaalamaa kan...
Godina Qellem Wallaggaatti waraanni Bilxiginnaa daa’imni umrii 12 ajjeessan. (SQ-Caamsaa 01,2022) Ebla 30/2022 Godina Qellem Wallaggaa Ona...
Dhaabbatni Gurgurtaa Oomishaa Xoopiyaa Dameewwan isaa jaha humnoota nageenyaa Mootummaa Bilxiginnaan jala cufamuufi hojjettoonni isaas hidhamuu ibse....
Yuuniversiitii Finfinnee Mooraa Kiiloo 6 keessatti eda galgala Doormiin Barattootaa sakatta’amaa buluun dhaga’aame. (SQ-Caamsaa 1,2022) Eda galgala...