Daangaa Tigiraay fi Ertiraa irratti loli turun dhaga’amee. (SQ-Caamsaa 9,2022) Bakkeewwan daangaa Itiyoo Ertiraaraarratti humnoonni Tigraay Ertiraa...
Year: 2022
Walitti bu’iinsa amantii Itoophiyaatti mudatee hordofee qorannoon walabaa akka taasifamu UN gaafate (SQ-Caamsaa 8,2022) Komishinarri Olaantuu Mirgoota...
Waraanni Mootummaa Bilxiginnaa Shawaa Lixaa fi Wallaggaatti Caamsaa 5fi 6 ,2022 namoota nagaa 12 ol ajjeesse. (SQ-Caamsaa...
Mootummaan Paartii Bilxiginnaa kasaaraa Lola WBO Waliin Gaggeessaa Jiru Keessatti Irra Ga’eef Haloo Ba’uuf Jecha Ilmaan Oromoo...
Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manafi Haadha Mana bakka tokkotti ajjeessa . (SQ – Caamsaa 06,2022) Barsiisaa Geetaachoo Kiisii...
Seenaa Gabaabaa Jaal Dr. Fidoo Eebbaa (Taddasaa) Ibsa ABO Caamsaa 05, 2022 Jaal Dr Taddasaa Eebbaa Fidoo,...
Waraanni Bilxiginnaa Dargaggootaafi Daa’imman Oromoo adamsee nu jalaa ukkaamsee gara Waraana isaatti ergaa jira Jechuun maddeen gabaasan....
Inispeekter Nugusee Gurmeessaa kan Uummata Oromoo ajjeesisa jiru du’a Haacaaluu Hundeessaa keessaa harka qabachuu keessa beektonni saxilaan....
Gujii Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota 2 Aalbeedhaan Qaluun Ajjeese. (SQ-Caamsaa 5,2022) Waraanni Bilxiginnaa Caamsaa 4/2022 Godina Gujii...