H/G/Wallaggaa Aanaa Amuruutti humnootiin Faannoo namoota ajjeesuun qabeenya saaman
#Oduu_Gaddaa Faannoon Godina H/G/Wallaggaa Aanaa Amuruu ganda Makkannootti namoota nagaa ajjeesan. Humni Fixaaleyyii Amaaraa Faannoon hogganamu guyyaa kaleessa waxabajji…