Year: 2023
Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Fulbaanni 15, guyyaa seena qabeessa guyyaa gaafa hoogganni ABO…
Dargaggoota ajjeefaman sadii keessaas lama obboloota tahuun beekameera.
Godina Shawaa bahaa aanaa dugdaa ganda baadiyyaa Birbirsa guddaa Saabolee jedhamutti waraanni mootummaa dargaggoota shan erga tohatee sadii ajjeesuun lama…
Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Ajjeechaa fi Gochi Gara Jabinaa Raayyaan Ittisa Biyya Namoota Nagaa Irratti Raawwatu Orimiyaa Keessatti Daran Hammaatee Itti Fufee Jira. Ibsa…
Waraanni PP dargaggoo Daangaa Dhiinaa Danbii Doollootti ajjeesee gate
#Oduu_Gaddaa Dargaggoota Afur torban kana gara calqabaa Aanaa Anfilloo Ganda Suddii jedhamuu qabamanii gara magaalaa Dambii Doollootti geeffamuun waajjira dhaabaa…
Amerikaan uggura Itiyoopiyaa irra keessa akka dheeratu joe Bayiden ajajan
Pireezidant Baayidan labsii wayita waraana Kaaba Itoophiyaa baasan dheeressuu beeksisan. Pireezidantichi waggaa lama dura ALI Fulbaana 7/2014 namootaa fi dhaabbilee…
Yaaliin Ajjeechaa Wellisaa Caalaa Bultumee irratti raawwate
Yaaliin Ajjeechaa Wellisaa Caalaa Bultumee irratti Finfinnee keessatti gaggeeffamuu dubbate. Akka Wellisaa Caalaa Bultumee fuula miidiyaa Hawaasaa dhuunfaa isaa irratti…
Qabsaa’aan ni du’a qabsoon itti fufa
Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamu keessatti qooda mul’ataa qabaachaa kan ture Obbo Faranjii Hedaa Kushanee du’aan boqote. Lixa Oromiyaa Godina…
Ergamaan addaa Gaanfa Afrikaa ambassador Mayik Hamer Itiyoophiyaa dhufuuf jedhame
Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa kan Yunaayitid Isteetis, Maayik Hamer tibbana gara Itiyoopiyaatti dhufuun dhimma wal dhabdee Naannoo Oromiyaa keessaa fi…
Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti humni Finxaaleyyii haleellaa raawwate
Godina Horroo Guduruu wallaggaa fi Shaggar kaabaatti Finxaaleyyiin Amaaraa Lola bananiin ummata irra miidhaan qaqqabe Haleellaa gurmaa’aa tibbana Finxaaleyyiin Amaaraa…