Godina Jimmaa Aanaa Geeraa fi saxannaatti maaliif nagahee gaafattan jechuun kaabinoonni jiratatota dararan
Godina Jimmaa Aanaa Saaxammaa dabalatee Aanaa Geeraatti kaabinoonni mootummaa ilmaan Oromoo qonnaan bultoota haqa isaaniif falmatan maaliif gaaffii mirgaa gaafattan…