Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan...
Year: 2023
Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati. Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka...
Obboo Addunyaa Magarsaa: ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo Obb Addunyaa Magarsaa bara 1976f Suudanii qabamee mana hidha lafa...
J/Abdiwaaq Bantii (1974-2023) Jaal Kaffaaloo Bantii kan maqaan qabsoo “Abdiwaaq Bantii” jedhamu, haadha isaa Aadde Mulunash Muldhataa...
Obbo Waaqoo Tolaa (19–_1996) Obbo Waaqoo Tolaa abbaa isaanii Obbo Tolaa Boosoo fi haadha isaanii aadde Nuurituu...
Waarshaan Sukkaara Finca’aa hojii erga dhaabee baatii 3 tahuu beekame. Waarshaan sukkaara Finca’aa erga oomisha sukkaaraa dhaabee...
Yaadannoo Waggaa 3ffaa Ajjeefamuu Artistii Jaallatamaa Hacaaluu Hundeessaa Ilaalchisee Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo – ABO Waxabajjiin...
#Oduu_Gaddaa Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Guduruu keessatti waraanni mootummaa dargaggoota 5 rasaasaan ajjeese. Oromiyaa bakkoota adda...
#Oduu_Gaddaa Shaggar kibba lixaa Aanaa Qarsaa Maallimmaatti waraanni mootummaa namoota 8 bakka tokkotti rashane. Kibba Lixa Shaggar...
Hundeeffama ABO waggaa 50ffaa ilaalchisee ABOn ibsa Miidiyaaleef kennan Hayyu Dureen ABO J/Daawud Ibsaa guyyaa har’aa Waxabajjii...