Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Year: 2024

Wallaggaa Bahaatti Dargaggootni 3 Finxaaleyyii Faannoon Qalamuun dhagahame
Uncategorized

Wallaggaa Bahaatti Dargaggootni 3 Finxaaleyyii Faannoon Qalamuun dhagahame

sqeerrooNovember 22, 2024

Oduu Gadaađź’”   Godina Wallagga Bahaa  Aanaa Limmuu magaalaa Fiixe Baqqoo keessatti humnootiin Finxaaleyyii Faannoo Ijoollee 3 qaluun dhagahame.  …

Mormakee Oolfachuuf har’uma Falmachuun
Uncategorized

Mormakee Oolfachuuf har’uma Falmachuun

sqeerrooNovember 21, 2024

Mormakee oolfachuuf Har’uma Falmachuun! Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa sukkaneessaa fi hidhaan achi buuteen dhabamuu ilmaan Oromoo waggootan jahan darban…

Ajjeechaa Oromiyaa keessatti sirna PP tiin tahaa jiru ABOn cimsee balaaleffachuun ummatni mirga isaa kabachiifachuuf akka falmatu waamicha taasise
Uncategorized

Ajjeechaa Oromiyaa keessatti sirna PP tiin tahaa jiru ABOn cimsee balaaleffachuun ummatni mirga isaa kabachiifachuuf akka falmatu waamicha taasise

sqeerrooNovember 21, 2024

~ Ajjeechaa Suukaneessaan Hidhattoota Faannoo fi Mootummaa PP tiin Ummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiru Yakka Waraanaa Ulfaataa fi Hammaataa dha.…

Oromiyaa keessatti dargaggootni fedhii isaanii malee ukkaamsamuun gara waraanaatti ergamaa jiru.
Uncategorized

Oromiyaa keessatti dargaggootni fedhii isaanii malee ukkaamsamuun gara waraanaatti ergamaa jiru.

sqeerrooNovember 20, 2024

#Ukkaamsaa ‼️ 🔵 “Dargaggootni ukkaamsamaa jira.” Warri ukkaamsaman fedha isaanii malee dirqisiifamuun gara leenjii waraanaatti ergamaa jiru” – jiraattota naannoo…

Loltootni Ertiriyaa daangaa Itiyoophiyaa keessa seenuun lolaaf tuttuqqaa eegalaa jiru
Uncategorized

Loltootni Ertiriyaa daangaa Itiyoophiyaa keessa seenuun lolaaf tuttuqqaa eegalaa jiru

sqeerrooNovember 18, 2024

Waraanni #Ertrea gara daangaa Itiyoophiyaatti seenuun Lola af qophii tahaa jiraachuun dhagahame. Eertiraa waliin nagaa buusuu barbaanna” jechuun wayita Obbo…

Nagaa Afaaniin lallabaa Ummata irratti Qaataa Qawwee harkisuun hin argamu
Uncategorized

Nagaa Afaaniin lallabaa Ummata irratti Qaataa Qawwee harkisuun hin argamu

sqeerrooNovember 15, 2024

Harki Nagaaf diriire isa Jaal Battee Urgeessaa galaafatee waajjira ABO ugguree konkolaatota ABO saamee jirudhaa? Mootummaan pp harki nagaaf diriire…

Humnootiin Nageenyaa Abbaa Alangaa seeraan ala ukkaamsan.
Uncategorized

Humnootiin Nageenyaa Abbaa Alangaa seeraan ala ukkaamsan.

sqeerrooNovember 15, 2024

Abbaan Alanagaa Aanaa Heexosaa Humnoota Nageenyaa Mootummaan Ukkaamsamuun mooraa waraanaatti hidhame. Godina Arsiitti Abbaa Alangaa Aanaa Hexoosaa kan ta’e Obbo…

KFOn Hoggantootaa fi Qondaaltota ABO dhiyyeenya M/Hidhaa irraa bahaniif affeerraa laaqanaa taasisan
Uncategorized

KFOn Hoggantootaa fi Qondaaltota ABO dhiyyeenya M/Hidhaa irraa bahaniif affeerraa laaqanaa taasisan

sqeerrooNovember 11, 2024

Paartiin KFO Hoggantootaa fi Qondaaltota ABO dhiyyeenya mana hidhaa irraa bahaniif Waajjira isaanii Muummee Finfinneetti affeerraa laaqanaa taasisaaniif. Paartiin Kongiresii…

“Miindaa dabalataa osoo eeggachaa jirruu kan duraan argachaa turre mootummaan nurraa kute”Hojjettoota Buufata Fayyaa Oromiyaa
Uncategorized

“Miindaa dabalataa osoo eeggachaa jirruu kan duraan argachaa turre mootummaan nurraa kute”Hojjettoota Buufata Fayyaa Oromiyaa

sqeerrooNovember 10, 2024

Miindaa dabalataa osoo eeggannu kan duraan argannu irraa mootummaan miindaa nurraa kutaa jiran jechuun Hojjettootni Buufata Fayyaa Naannoo Oromiyaa dubabtan…

Uncategorized

FURMAATA DHIBDEE SIYAASA ITOOPHIYAA.

sqeerrooNovember 10, 2024

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.