Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Year: 2024

Waggaa 19ffaan Sadaasa 9/2005 guyyaa FDG guutuu Oromiyaatti dhohe qabsaa’ota Oromoon yaadatamee darbe
Uncategorized

Waggaa 19ffaan Sadaasa 9/2005 guyyaa FDG guutuu Oromiyaatti dhohe qabsaa’ota Oromoon yaadatamee darbe

sqeerrooNovember 9, 2024

Kabajni Yaadannoo FDG wagaga 19ffaa Sadaasa 9/2005 dhohe ilaalchisee qabsaa’otni Oromoo yaadatanii darban. Sirna yaadannoo kabaja waggaa 19ffaa Sadaasa 9…

Tooftaan Shiraa fi humni kamuu galii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) hanqisuu fi Jallisuus hin dandahu .
Uncategorized

Tooftaan Shiraa fi humni kamuu galii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) hanqisuu fi Jallisuus hin dandahu .

sqeerrooNovember 8, 2024November 8, 2024

Tooftaan Shiraa fi humni kamuu galii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) hanqisuu fi Jallisuus hin dandahu . Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo…

Uncategorized

Itiyoophiyaan Afrikaa irraa 1ffaa fi Addunyaa irraa sadarkaa 3ffaa qabachuun biyya ummatni ishee miliyoona 86 beelaan miidhaman jedhame

sqeerrooNovember 4, 2024November 5, 2024

Itiyoophiyaan Addunyaa irraa biyya hiyyeessi keessatti heddummatu jedhamuun sadarkaa 3ffaa yoo qabattu Afrikaa irraa sadarkaa duraa irratti argamuu. Uummanni Itoophiyaa…

Abbaa fi ilmi 8000$ Buufata Xiyyaaraa Booleetti saamaman
Uncategorized

Abbaa fi ilmi 8000$ Buufata Xiyyaaraa Booleetti saamaman

sqeerrooNovember 1, 2024

Hojjettootni qaama nageenyaa buufata Xiyyaara Boolee namoota Biyya gara 🇨🇦 Kanaadaa Daawwanaaf imalaa turan irraa Doolaara USA 🇺🇸 8000$ Saaman.…

Hoggantootnii fi Qondaaltotni ABO hidhaa turanii tibbana bahan miseensotaan wal argaa jiru
Uncategorized

Hoggantootnii fi Qondaaltotni ABO hidhaa turanii tibbana bahan miseensotaan wal argaa jiru

sqeerrooOctober 29, 2024

Hoggantootni fi Qondaaltotni ABO waggoota 4 oliif yakka tokko malee erga dararamaa turanii dhiyyeenya mana hidhaa irraa lakkifaman dhiyyeenya miseensotaan…

Hoggantoonni Somaaliyaa fi Eertiraa waldhabdeen naannoo dabalaa jiru keessatti ‘abbaa biyyummaa, qulqullina naannoo’ Somaaliyaa irratti mari’ataa jiru.
Uncategorized

Hoggantoonni Somaaliyaa fi Eertiraa waldhabdeen naannoo dabalaa jiru keessatti ‘abbaa biyyummaa, qulqullina naannoo’ Somaaliyaa irratti mari’ataa jiru.

sqeerrooOctober 10, 2024

Hoggantoonni Somaaliyaa fi Eertiraa waldhabdeen naannoo dabalaa jiru keessatti ‘abbaa biyyummaa, qulqullina naannoo’ Somaaliyaa irratti mari’ataa jiru. Prezdaantiin Somaaliyaa Hasan…

President Jibuutii dhukkubsatanii jiran lubbuun jiruu?
Uncategorized

President Jibuutii dhukkubsatanii jiran lubbuun jiruu?

sqeerrooSeptember 29, 2024

Ji’oopoolitikii Afrikaa Jibuutiin Ismaa’eel Omar Guelleh Booda Maaliif Qaama Somaliland Ta’uu Qabdi jedhamaa jira? Fuuldurri Jibuutii karaa qaxxaamuraa irra jira.…

Dhiyeessiin meeshaa waraanaa kun “humnoota alaatiin nageenya dadhabaa jiru daran hammeessa, dhumarratti ammoo harka shororkeessitoota Somaaliyaa keessa seena” jechuun Ministirri Dhimma Alaa Ityoophiyaa Taayyee Atske Sillaasee Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa wabeeffachuun gabaaseera. Garuu Rakhaa Ahmed Hassan, gargaaraa ministeera haajaa alaa Masirii duraanii, tarkaanfiin kun akka aggaammii Itiyoophiyaa waliin hammachuu kaayyeffatetti fudhatamuu hin qabu jedhan.

sqeerrooSeptember 24, 2024

Masiriin meeshaa waraanaa marsaa lammataa gara Somaaliyaatti ergaa jirtu waldhabdee hidha guddicha Itiyoophiyaa waliin qabdu gad fageessuu mala👇 Masiriin qaama…

Haluma qabsoo taheetu dararaa hedduu dabarsine; hiree Oromoo maraati”Gadaa Gabbisaa
Uncategorized

Haluma qabsoo taheetu dararaa hedduu dabarsine; hiree Oromoo maraati”Gadaa Gabbisaa

sqeerrooSeptember 20, 2024

Qondaalli Siyaasaa ABO Jaal Gadaa Gabbisaa erga mana hidhaa irraa bahanii ummata Oromoo isa cinaa turan fuula miidiyaa hawaasaa isaanii…

Balaa Sigigaachuu lafaan lubbuun shamarran 3 darbe
Uncategorized

Balaa Sigigaachuu lafaan lubbuun shamarran 3 darbe

sqeerrooSeptember 9, 2024

Godina Qeellam wallaggaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun shamarran sadii darbeera. Godina Qeellam wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti sigigaachuu lafaatiin lubbuun…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.